Hayyuun Gadaa Pirofeesar Asmiroom Laggasaa du’aan addunyaa kanarraa boqotan
AMN PLUS- Amajjii 27/2018 Hayyuun sirna gadaa Pirofeesar Asmiroom Laggasaan du’aan addunyaa kana irraa boqochuun dhaga'ame. Hojiilee qorannoo garaa garaa yeroo yeroon kan ifoomsaa turanii fi kitaabota sirna Gadaa irratti…