Araadaa dhuftanii homaa hin dhabdani- Kantiibaa Adaanech Abeebee
AMN PLUS- Ebla 23/2018 Paarkiin Araadaa jiraattotaaf mijataa, magaalaaf miidhagina, yaa'iinsa tuuristiif carraa guddaa kan fide ta'uu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen himan. Aadde Adaanech ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin…