‎Hojjettuun sa’aatii hojii dursuun waajjira seentu maaliif hojiirraa ari’amte?

AMN PLUS- Mudde 2/2018 ‎Ispeenitti tibbana maal ta’e seetan? Hojjattuun osoo sa’aatiin hojii hin ga’in, waajjira seenti.  Itti gaafatamaan ishee ammoo, “sa’aatiinhoo hin geenye, maaliif yeroo seenuu qabdu dursitee waajjira…

Continue Reading‎Hojjettuun sa’aatii hojii dursuun waajjira seentu maaliif hojiirraa ari’amte?

Miidiyaan “BRICS Africa Channel” Kantiibaa Adaanech Abeebee irraa maal iyyaafate?

AMN PLUS- Mudde 2/2018 Miidiyaan “BRICS African Channel” misooma Magaalaa Fifinnee keessa deemuun kan daawwate hojiilee hojjetamaniifi jijjiirama kanaan namoota fayyadaman iyyaafateera. Bu’uuraalee misooma magaalatti keessatti hojjetameefi bu’aa jijjiiramni fide…

Continue ReadingMiidiyaan “BRICS Africa Channel” Kantiibaa Adaanech Abeebee irraa maal iyyaafate?

Foramiin Turizimii Finfinnee 1ffaan Muddee 5-7tti taa’ama

AMN PLUS- Muddee 2/2018 Magaalaa Finfinnee giddu galaa tuurizimii taasisuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa akka jiru Komishiniin Tuurizimii Magaalaa Finfinnee beeksise. Komishinichi Foramii Turizimii jalqabaa Paarkii Araadaatti qophessuuf qophii xumuruu beeksise. Komishinarri…

Continue ReadingForamiin Turizimii Finfinnee 1ffaan Muddee 5-7tti taa’ama

WTO’tti makamuuf mariiwwan baatiiwwan torban darban keessa gaggeeffaman milkaa’oo turan- Obbo Tamasgeen Xurunaa

AMN PLUS- Mudde 2/2018 Dhaabbata Daldalaa Addunyaatti makamuuf mariiwwan baatiiwwan torban darban keessa gaggeeffaman milkaa’oo turan jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa. Waltajjiin marii adeemsa miseensummaa Dhaabbata Daldalaa…

Continue ReadingWTO’tti makamuuf mariiwwan baatiiwwan torban darban keessa gaggeeffaman milkaa’oo turan- Obbo Tamasgeen Xurunaa

Isa Dr. Zalaalem Abarraa jalqabanii, Lataa Qana’ii achi buten harkaa fuudhe – Waloo Yoomiyyuu Lammeessaa

‎AMN PLUS - Mudde 2/2018 ‎Walaloo "Deesseekoo" jedhuun gatii haadhaa kan hime, "Ogummaa gaarummaatiin Doktireetii fudhatte jedhaa Haadhaaf dhaame. ‎Quuqama haadhummakee gubbaa samiin gitattee, ‎Kuufama gaarumaakee gabaa kamii bitattee, ‎Sa-utuu…

Continue ReadingIsa Dr. Zalaalem Abarraa jalqabanii, Lataa Qana’ii achi buten harkaa fuudhe – Waloo Yoomiyyuu Lammeessaa

Duulli Talaallii Dhibee Pooliyoo Marsaa 4ffaan Mudde 3 kaasee guyyootii afuriif kennama

AMN PLUS – Muddee 2/2018 Akka Magaalaa Finfinneetti Duulli Talaallii Pooliyoo marsaa 4ffaan daa'imman umuriin isaanii waggaa shanii gadi ta'eef Mudde 3-6 bara 2018 kan kennamu ta'uu Hoogganaan Biiroo Fayyaa…

Continue ReadingDuulli Talaallii Dhibee Pooliyoo Marsaa 4ffaan Mudde 3 kaasee guyyootii afuriif kennama