IZEMA’n Filannoo Biyyaalessaa bakka gaggeeffamu hundarratti akka dorgomu beeksise

AMN PLUS- Mudde 7/2018 Paartiin Lammiilee Itoophiyaa Haqa Hawaasummaaf (IZEMA) Filannoo Biyyaalessaa Marsaa 7ffaa Itoophiyaatti adeemsifamu irratti bakka hundatti akka hirmaatu beeksiseera. IZEMA'n ibsa waa’ee filannoo ilaalchisee har’a kenneen, filannoon…

Continue ReadingIZEMA’n Filannoo Biyyaalessaa bakka gaggeeffamu hundarratti akka dorgomu beeksise

Itoophiyaan Olompiika Dargaggoota Afriikaa akka qopheessituuf filamte

AMN PLUS – Mudde 7/2018 Itoophiyaan Taphoota Olompiika Dargaggoota Afriikaa 5ffaa akka qopheessituuf filamuu Ministeerri Aadaafi Ispoortii beeksise. Mootummaan Itoophiyaafi Koreen Olompiika Itoophiyaa gaaffii dorgommicha qopheessuuf Koree Hoji Raawwachiistu ANOCAtiin…

Continue ReadingItoophiyaan Olompiika Dargaggoota Afriikaa akka qopheessituuf filamte

‎Dargaggootni seenaafi aadaa beekanii guddina biyyaaf gumaachuu qabu- IQQO

‎AMN PLUS -Mudde 7/2018 ‎Dhaloota seenaa, aadaafi safuusaa beekee guddina biyyaatiif gahee isaa bahatu horachuuf hojjachaa jiraachuu Inistiitiyuutiin Qorannoofi Qo'annoo Oromoo (IQQO) beeksiseera. ‎Korri Dargaggoo Oromoo qindeessummaa Inistitiyuutii Qorannoofi Qo'annoo…

Continue Reading‎Dargaggootni seenaafi aadaa beekanii guddina biyyaaf gumaachuu qabu- IQQO

Itoophiyaan biyya seenaa guddaafi aadaa miidhagaa qabdudha- Neeraandraa Moodii

AMN PLUS- Mudde 7/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) daawwannaa hojiif gara Itoophiyaa kan dhufan Ministira Muummee Indiyaa Neeraandraa Moodii simataniiru. Simannaa kana booda Mr. Moodiin ergaa karaa Twitter…

Continue ReadingItoophiyaan biyya seenaa guddaafi aadaa miidhagaa qabdudha- Neeraandraa Moodii

Tajaajilli “Ethiopian Premiem Lounge” yeroo tokkotti namoota 1000 keessummeessu hojii eegale

AMN PLUS- Mudde 7/2018 Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa, ‎Buufanni Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti tajaajila "Ethiopian Premier Lounge" kan yeroo tokkotti namoota kuma tokko keessummeessuu danda'u eebbisiisuun hojii eegalchiise. Walitti qabanaan Boordii…

Continue ReadingTajaajilli “Ethiopian Premiem Lounge” yeroo tokkotti namoota 1000 keessummeessu hojii eegale

Maqaa ijoolleesaa ‘Biltsiginnaa, Maddamarii fi Kooriidar” jechuun abbaa moggaase

AMN PLUS- Mudde 7/2018 Barsiisaa Ashannaafii Taaddasaa jedhama. Naannoo Giddugaleessa Itoophiyaa, Magaalaa Hosaanaa jiraata. Moggaasni maqaa ijoollee isaa jiraattota Hosaanaa qofa miti kan ajaa’ibsiise, keessummoota Ayyaana Sabaafi Sablammootaaf garas imalanis…

Continue ReadingMaqaa ijoolleesaa ‘Biltsiginnaa, Maddamarii fi Kooriidar” jechuun abbaa moggaase