MM Abiyyi Ahimad (PhD) Sagantaa Dijitaal Itoophiyaa 2030 eegalchiisan

AMN PLUS- Mudde 11/2018 Sagantaan Dijitaal Itoophiyaa 2025, guutummaan guutuutti milkaa'uu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) beeksisan. Dooktar Abiyyi guyyaa har'aa Sagantaa Dijitaal Itoophiyaa 2030 ifatti eegalchiisaniiru. "Galmi Diijitaal…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) Sagantaa Dijitaal Itoophiyaa 2030 eegalchiisan

‎Oromiyaatti Mariin hawaasaa mata duree “Missiraachoo Gubaa, Injiffannoowwan Mootummaa Ida’amuu jedhun taa’amaa jira.

‎AMN PLUS-Mudde 11/2018 ‎Imalli olka’iinsa biyya ilaalacha Ida’amuun eegalame kalaqaafi ariitiin deemaa akka jiru ibsame. ‎Imalli jijjiirama qormaatilee kamiinuu akka hin gufanneef uummanni abbummaan qooda isarraa eegamu bahachuu akka qabanis…

Continue Reading‎Oromiyaatti Mariin hawaasaa mata duree “Missiraachoo Gubaa, Injiffannoowwan Mootummaa Ida’amuu jedhun taa’amaa jira.

Gaazexessaa V. Puutin fuulduratti kaadhimaa isaaf “Natti heerumtaa” jedhee tamsaasa kallattiin gaafate

AMN PLUS- Mudde 11/2018 Jaalalleewwan wal kaadhimmatan yeroon hiriyummaan dabarsan akka gahe yeroo murteessan, gaaffii gaa’ilaa dhiyeessuuf carraawwan garaa garaatti dhimma ba’uu malu. Bakka seena qabeessa, hawwata tuuristii ibsama jaalalaa…

Continue ReadingGaazexessaa V. Puutin fuulduratti kaadhimaa isaaf “Natti heerumtaa” jedhee tamsaasa kallattiin gaafate

Nageenya waaressuuf barsiisotaafi barattootni gahee isaanii akka bahatan gaafatame

AMN PLUS- Mudde 11/2018 Nageenyaa fi tasgabbii Magaalaa Finfinnee eegsisuufi waaressuuf  barattootni fi barsiisotni gahee isaan irraa eegamu bahuu akka qaban Biiroon Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee waamicha dhiyeesse. Walta'insa…

Continue ReadingNageenya waaressuuf barsiisotaafi barattootni gahee isaanii akka bahatan gaafatame