Qabeenyi fi guddinni biyyaa holqa keessa jira jedha, Abbuuraa holqa 334 argate Naasir Ahmad
AMN PLUS - Mudde 25/2018 Abbuuraa holqaa Naasir Ahimad Qorataa holqaa Itoophiyaa yeroo jalqabaa yoo ta'u akka Afriikaatti isa 2ffaati. Afiriikaa bakka bu’ee Jarmanitti baadhafameera jedha AMN Dijitaal waliin turtii…