Kantiibaa Adaanech Abeebeen barreessitootni umrii hojirra jiranitti mana jireenya kennan galateeffatamuu qabu- Ogeessa Aartii Taagel Seefuu

AMN PLUS-Guraandhala 12/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen barreessitootnifi ogeeyyiin Aartii yeroo hojjechuu danda'anitti mana jireenyaa kennuufiin isaanii ni galateeffachiisa jedhe Ogeessi Aartii Taagel Seefuu. Akka fakkeenyaattis tibbana Barreessaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen barreessitootni umrii hojirra jiranitti mana jireenya kennan galateeffatamuu qabu- Ogeessa Aartii Taagel Seefuu

MM Abiyyi Ahimad warsha Doolaara Miiliyoona 300fi miiliyoona 30’n hojjetu hojii eegalchiisan

‎AMN PLUS - Guraandhala 11/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) piroojektii misooma Warshaa Warqiifi Albuudotaa Tulluu Kaappii hojii eegalchiisuu ibsaniiru. Dooktar Abiyyi Kaampaanii 'KEFI Gold and Copper' jedhamuufi Mootummaan…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad warsha Doolaara Miiliyoona 300fi miiliyoona 30’n hojjetu hojii eegalchiisan

Qellem qe’ee buna magarsu, nagaa argachuu qaba- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS- Guraandhala 11/2018 Afaan tokko dubbannee yaadaan waliif galuun ni dandama jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD). Jilli Ministira Muummee Dooktar Abiyyi Ahimadiin durfame Naannoo Oromiyaa Godina Qellem…

Continue ReadingQellem qe’ee buna magarsu, nagaa argachuu qaba- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Damee Dinagdeefi Siyaasaan Fayyadamummaa Dubartootaa Mirkaneessuuf Hojjetamaa Jiraachuun Ibse

AMN PLUS – Guraandhala 11/2018 Dubartootni Damee Dinagdeen Fayyadamoo, Siyaasa Keessatti Ammoo Hirmaannaa Gaarii Akka Qabaataniif Hojjetamaa Jiraachuu Biiroon Dhimma Dubartootaa, Daa’immaniifi Hawaasummaa Beeksiseera. Hoggantuun Biiricha Aadde Qonjit Dabalaa Guyyaa…

Continue ReadingDamee Dinagdeefi Siyaasaan Fayyadamummaa Dubartootaa Mirkaneessuuf Hojjetamaa Jiraachuun Ibse

Uummatni Nageenya Naannawaa Isaa Tikfachaa Misooma Tumsuu Qaba – Obbo Shimallis Abdiisaa

AMN PLUS- Guraandhala 11/2018 Yaadama ida’amuun hogganamuun inisheetiivota jiran qixaan hojiitti hiikuu gargaaramnaan yeroo gabaabaa keessatti hiyyummaa injifachuun badhaadhina milkeesssuun akka danda’amu Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa ibsan.…

Continue ReadingUummatni Nageenya Naannawaa Isaa Tikfachaa Misooma Tumsuu Qaba – Obbo Shimallis Abdiisaa

Guyyaan Yaadannoo Wareegamtoota Guraandhala 12, “Yekkaatit 12” Yeroo 89ffaaf Finfinneetti Kabajamaa Jira

AMN PLUS-Gurandhala 12,2018 Guyyaan Yaadannoo 'Yekkaatit 12' Guyyaa Goototni Itoophiyaa Duraanii, Biliisummaa Itoophiyaanotaaf itti wareegaman, guyyaa addaa ta'uu Pirezidaantiin Waldaa Gootota Itoophiyaa duraanii Lij Daani'eel Masfin Jootee himaniiru. Goototni Itoophiyaa…

Continue ReadingGuyyaan Yaadannoo Wareegamtoota Guraandhala 12, “Yekkaatit 12” Yeroo 89ffaaf Finfinneetti Kabajamaa Jira

Qonnaan bulaan oomishuu qofa osoo hin taane, buusii isaatiin sona dabalaa jira- MM Abiyyi Ahimad

AMN PLUS- Guraandhala 12/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Warshaa Daakuu Yuuniyeenii Waldaalee Hojii Gamtaa Qonnaan Bultoota Gibee Dhidheessaa daawwataniiru. Qonnaan bultoonni oomishuu qofa osoo hin taane oomisha isaanirraatti…

Continue ReadingQonnaan bulaan oomishuu qofa osoo hin taane, buusii isaatiin sona dabalaa jira- MM Abiyyi Ahimad

Uummatni Wallaggaa Haga Biyya Alaatti Akka Qabsaa’u Koloneel Abdiisaa Aagaatu Nutti Agarsiise – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS-Guraandhala 11/2018 Uummatni Wallaggaa qabsoo biyya keessaa qofa osoo hin taane bakka barbaachisaa ta’etti haga biyya alaatti akka qabsa’uu Koloneel Abdiisaa Aagaa akka agarsiise Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad…

Continue ReadingUummatni Wallaggaa Haga Biyya Alaatti Akka Qabsaa’u Koloneel Abdiisaa Aagaatu Nutti Agarsiise – MM Abiyyi Ahimad (PhD)