Irreechi baranaa Fulbaana 24 fi 25 kabajama
AMN PLUS Fulbaana 8/2018 Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo, Ayyaana Irreechaa bara kanaa kabajamu ilaalchisuun ibsa miidiyaaleef kennaniiru. Haaluma kanaan Irreechi Hora Finfinnee Fulbaana 24 akkasumas Irreechi Hora Harsadee Fulbaana 25…