‎Sagaleen dhageessifame egeree Ifaa Itoophiyaa akeeka-Tamasgeen Xurunaa

‎AMN PLUS - Fulbaana 8/2018 ‎Xumuramuun Ijaarsa Hidha Haaromsaa ummata Affaariif qabeenyaafi humna dabalataa akka ta’e Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa ibsan. ‎Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen…

Continue Reading‎Sagaleen dhageessifame egeree Ifaa Itoophiyaa akeeka-Tamasgeen Xurunaa

Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Idil-Addunyaa Bishooftuu Baatii Sadaasaa dhufu eegala

‎AMN PLUS- Fulbaana 8/2018 ‎Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Idil-Addunyaa Bishooftuu Baatii Sadaasaa dhufu akka eegalamu Hoji-Raawwachiisaan Olaanaa Daandii Xiyyaara Itoophiyaa Obbo Masfin Xaasaw ibsan. ‎Obbo Masfin pirojektiin Meeggaa kun indastirii aviyeeshinii…

Continue ReadingIjaarsi Buufata Xiyyaaraa Idil-Addunyaa Bishooftuu Baatii Sadaasaa dhufu eegala

Awustiraaliyaan bara 2035tti hammantaa kaarbonii lakkiftu dhibbantaa 62’n hir’isuuf murteessite

‎AMN PLUS- Fulbaana 8/218 ‎Awustiraaliyaan biyyoota addunyaa irratti faalama qilleensaa guddaa geessisan keessaa tokko yoo taatu, waggoota kurnan dhufan keessatti gaasii gubataa dhibbantaa 62n hir’isuuf akka kaayyeffatte beeksiste. ‎Kanaan dura…

Continue ReadingAwustiraaliyaan bara 2035tti hammantaa kaarbonii lakkiftu dhibbantaa 62’n hir’isuuf murteessite

Ayyaanni Irreechaa bara 2018 safuufi safeeffannaa isaa ganamaatiin kabajama- Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaa

AMN PLUS - Fulbaana 8/2018 Waltajjiin marii kabaja ayyaana Irreechaa bara 2018 ilaalchisuun Abbootii Gadaa, Haadholii Siinqeefi maanguddoota biyyaa waliin dhaadannoo "Irreecha Olka'iinsa Biyyaaf" jedhuun magaalaa Bishooftuutti mari'atamaa jira. Hoggantuun…

Continue ReadingAyyaanni Irreechaa bara 2018 safuufi safeeffannaa isaa ganamaatiin kabajama- Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaa

Bara 2018tti itti quufinsa hawaasaa dabaluuf ni hojjetama- Aadde Buzeenaa Alkadir

AMN PLUS- Fulbaana 8/2018 Manni Maree Magaalaa Finfinnee Milkaa'ina Karoora hojii bara baajataa 2018f Miseensota Kaabinee Magaalattii waliin Walii galtee hojii Mallatteesse. Af- yaa'iin Mana Maree Magaalaa Finfinnee Aadde Buzeenaa…

Continue ReadingBara 2018tti itti quufinsa hawaasaa dabaluuf ni hojjetama- Aadde Buzeenaa Alkadir

MM Abiyyi Ahimad Mr. Masaad Buuloos waliin mari’atan

AMN PLUS- Fulbaana 7/2018 Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ameerikaatti Gorsaa Olaanaa Waajjira Isteet Dippaartimantii Maasaad Buuloos waliin mari’atan. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin,…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Mr. Masaad Buuloos waliin mari’atan

Minjaalarra ciisee qorame: Qabxii gaarii dhibee dandamachuun galmaa’e

‎AMN PLUS- Fulbaana 7/2018 ‎Aluddiin Huseen barataa qaxalee mana barumsaa Ifa Boruu Bultii Addaa Beddelleetti. Qormaata biyyaalessaa Bara 2017'f qophii taasisaa ture. Daree keessatti sirriitti qalbeeffachuurra darbee yeroo dareen alatti…

Continue ReadingMinjaalarra ciisee qorame: Qabxii gaarii dhibee dandamachuun galmaa’e