Gaazexeessitoonni Afriikaa waa’ee jijjiirama Finfinnee maal jedhan?
AMN PLUS-Fulbaana 10/2018 Jijjiiramaa fi guddina ariifataa Magaalaan Finfinnee galmeessaa jirturraa biyyootni Afrikaa barumsa fudhachuu akka qaban gaazexeessitoonni Afrikaa ibsan. Ogeeyyiin miidiyaa biyyoota Afrikaa adda addaa irraa dhufan Godambas Biyyaalessaa…