Guddattootniifi dargaggootni carraa AI’tti fayyadamuu qabu – Kantiibaa Adaaneech Abeebee
AMN PLUS -Sadaasa 11/2018 Guddattootniifi dargaggootni carraa Hubannoo Nam-tolchee AI'tti fayyadamuu akka qaban Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaaneech Abeebee ibsan Inistiitiyuutii Aartifeshaal Intalajensii Itoophiyaa tibbana wayita daawwatanitti, "milkaa'ina jijjiiramaan…