Guddattootniifi dargaggootni carraa AI’tti fayyadamuu qabu – Kantiibaa Adaaneech Abeebee

AMN PLUS -Sadaasa 11/2018 Guddattootniifi dargaggootni carraa Hubannoo Nam-tolchee AI'tti fayyadamuu akka qaban Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaaneech Abeebee ibsan ‎Inistiitiyuutii Aartifeshaal Intalajensii Itoophiyaa tibbana wayita daawwatanitti, "milkaa'ina jijjiiramaan…

Continue ReadingGuddattootniifi dargaggootni carraa AI’tti fayyadamuu qabu – Kantiibaa Adaaneech Abeebee

Innisheetivii 30-40-30 babal’isuun imala badhaadhinaa milkeessuuf ni hojjenna- Qonnaan Bultoota

AMN PLUS Sadaasa 11/2018 Tuutni Miidiyaalee Guyyaa Ayyaana Saboota sablammoota Uummattoota Itoophiyaa Sadaasa 25 irraa Eegalee Naannoo Gidduu Galeessaa Itoophiyaatti Kabajamu sababeeffachuun hojiilee Misoomaa Godina Yemetti hojjetaman daawwataniiru. Iddoowwan seenaa…

Continue ReadingInnisheetivii 30-40-30 babal’isuun imala badhaadhinaa milkeessuuf ni hojjenna- Qonnaan Bultoota

Itoophiyaatti qulqullina hojiif xiyyeeffannoon kennameera- Kaasaahuun Goofee (PhD)

AMN PLUS- Sadaasa 11/2018 Itoophiyaan dameelee garaagaraan dorgomtuu akka taatuuf hojii qulqullinaaf xiyyeeffannoon kennamuu Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Kaasaahuun Goofee (PhD) ibsaniiru. Torbeen qulqullinaa Addunyaa 14ffaa Mandara…

Continue ReadingItoophiyaatti qulqullina hojiif xiyyeeffannoon kennameera- Kaasaahuun Goofee (PhD)

AMN fakkeenya sagalee heddumminaati- Obbo Kaasaahun Gonfaa

AMN PLUS-Sadaasa 11/2018 Addis Miidiyaa Neetiwork hojii seenessa biyyaalessaa ijaaruu eegale cimsee akka itti fufu Hoji-Raawwachiisaan Olaanaa AMN Obbo Kaasaahun Gonfaa ibsan. Guyyaan Saboota, Sab-lammootaafi Uuummattoota Itoophiyaa sababeeffachuun marii Paanaalii…

Continue ReadingAMN fakkeenya sagalee heddumminaati- Obbo Kaasaahun Gonfaa

Keessummootni Ameerikaafi Awustiraaliyaa irraa Fiigicha Guddichaaf dhufan Finfinnee daawwataa jiru

AMN PLUS-Sadaasa 11/2018 Keessummootni Ameerikaafi Awustiraaliyaa irraa Fiigicha Guddicha KM 10 Marsaa 25ffaa irratti hirmaachuuf dhufan hawwattoota tuurizimii garaa garaa Finfinnee keessatti argaman daawwachaa jiru. Daawwannaa Finfinnee kana irratti Itoophiyaatti…

Continue ReadingKeessummootni Ameerikaafi Awustiraaliyaa irraa Fiigicha Guddichaaf dhufan Finfinnee daawwataa jiru

AI’n bakka cabe lafee adda baasuufi wal’aanuuf hojiirra ooluu eegaleera

AMN PLUS-Sadaasa 11/2018 Sooftiweeriin Hubannoo Nam-tolchee (AI) lafee cabe salphukatti adda baasuufi wal'aanuuf akka gargaaru ibsameera. Sooftiweeriin AI kun hospitaala keessatti lafee cabe salphumatti adda baafachuun, yoo bakki isaas kan…

Continue ReadingAI’n bakka cabe lafee adda baasuufi wal’aanuuf hojiirra ooluu eegaleera

Ashraaf Hakiimiin badhaasa taphataa cimaa Afriikaa 2025 injifate

AMN PLUS- Sadaasa 10/2018 Dursaan Taphattoota Garee Biyyaalessa Morookoo Ashraaf Hakiimiin, taphataa cimaa Afrikaa bara 2025 jedhamuun filame. Paaris Seenti Jarman waliin yeroo jalqabaaf Waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa milkeessuun waancaa…

Continue ReadingAshraaf Hakiimiin badhaasa taphataa cimaa Afriikaa 2025 injifate

Finfinnee fi Kuwalalaampuur Waliigaltee Obbolummaa Mallatteessan

AMN PLUS - Sadaasa 10/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) fi Ministirri Muummee Maaleezhiyaa Daatoo Seerii Aniwaar Ibraahim bakka argamanitti Finfinnee fi Kuwalalaampuur Waliigaltee Obbolummaa Mallatteessuu Kantiibaa Adaanech Abeebeen…

Continue ReadingFinfinnee fi Kuwalalaampuur Waliigaltee Obbolummaa Mallatteessan

Itoophiyaafi Maaleezhiyaan tumsa damee danuun qaban caalmaan cimsuuf walii galuu MM Abiyyi Ahimad himan

AMN PLUS- Sadaasa 10/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Ministira Muummee Maaleezhiyaa Daatoo Sirii Anuwaar Biin Ibraahiim waliin mari'atan. Dooktar Abiyyi Ahimad Miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, bara darbe…

Continue ReadingItoophiyaafi Maaleezhiyaan tumsa damee danuun qaban caalmaan cimsuuf walii galuu MM Abiyyi Ahimad himan