Humni Qilleensaa Itoophiyaa loltoota idilee eebbisiisaa jira

AMN Plus- Fulbaana 29/2018 Humni Qilleensaa Itoophiyaa loltoota idilee leenjisaa ture eebbisiisaa jira. Sagantaa eebbaa kanarratti Ajajaa Olaanaa Humna Qilleensaa Itoophiyaa Leetenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaa dabalatee hoggantoonno olaanoon argamaniiru.

Continue ReadingHumni Qilleensaa Itoophiyaa loltoota idilee eebbisiisaa jira

Konkolaattota ulaagaa ittisa faalama qilleensaa ka’ame hin guunne, Finfinnee keessa akka hin sochoone dhorkamuufi- Biiroon Geejjibaa fi Loojistiksii Finfinnee

AMN Plus- Fulbaana 29/ 2018 Biiroon Geejjibaa fi Loojistiksii Magaalaa Finfinnee Danbii Faalama aara konkolaataa keessaa ba'u hir'isuuf ba’e ilaalchisee qaamolee qooda fudhattootaa waliin mari'achaa jira. Mootummaan faalama aara konkolaataa…

Continue ReadingKonkolaattota ulaagaa ittisa faalama qilleensaa ka’ame hin guunne, Finfinnee keessa akka hin sochoone dhorkamuufi- Biiroon Geejjibaa fi Loojistiksii Finfinnee

Itoophiyaafi Gamtaan Awurooppaa waliigaltee tumsa tarsiimawaa mallatteessan

AMN Plus- Fulbaana 29/ 2018 Itoophiyaafi Gamtaan Awurooppaa dameewwan garaagaraan tumsa isaanii cimsuuf waliigaltee mallatteessan. Waliigalticha Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaasee fi Pirezidaantiin Komishinii Gamtaa Awurooppaa Ursuulaa Voondar Leeyan mallatteessaniiru. Waliigatichi…

Continue ReadingItoophiyaafi Gamtaan Awurooppaa waliigaltee tumsa tarsiimawaa mallatteessan

Israa’eliifi Hamaas waliigaltee nagaa marsaa jalqabaa mallatteessaniiru- Tiraamp

‎AMN PLUS- Fulbaana 29/2018 ‎Israa'eliifi Hamaas waliigaltee nagaa marsaa jalqabaa dhukaasa dhaabuuf isaan dandeessissu mallatteessuu isaanii Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp ibsan. ‎Waliigaltee nagaa mallatteeffame kana "Seena-qabeessa akkasumas kan hin eegamne…

Continue ReadingIsraa’eliifi Hamaas waliigaltee nagaa marsaa jalqabaa mallatteessaniiru- Tiraamp

“Akkamiin pirojektii hammi kun ganna tokkotti xumurame jedheen of gaafadhe” Dhalattuu Keeniyaa, Zeeyinabu Huseen Abdullaayii

‎AMN PLUS- Fulbaana 28/2018 ‎Finfinneetti akkamiin pirojektii hammi Kun ganna tokkotti xumurame jedheen of gaafadhe jechuun Keeniyaa Marsaabeet Kaawunti irraa kan dhufan Aadde Zeeyinabu Huseen Abdullaayii dubbatan. Aadde Zeyinabuun AMN…

Continue Reading“Akkamiin pirojektii hammi kun ganna tokkotti xumurame jedheen of gaafadhe” Dhalattuu Keeniyaa, Zeeyinabu Huseen Abdullaayii

MM Abiyyi Ahimad (PhD) galii gurgurtaa Kitaaba Ida’amuun gaarri Ambarichoo akka misoomu gumaachan

AMN PLUS- Fulbaana 28/2018 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ji’oota sadiin dura Naannoo Giddugala Itoophiyaa daawwachuun hojii misooma koriidarii baadiyaatiin gandoota moodela ta’an dabalatee hojii tajaajila tola ooltummaa eegalchiisanii turan.…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) galii gurgurtaa Kitaaba Ida’amuun gaarri Ambarichoo akka misoomu gumaachan

Barataan qabxii olaanaa fide Kaaliid Bashiriifi kanneen biroo eessa seenan?

AMN Plus- Fulbaana 28/2018 Manni Barumsaa Bultii addaa Dodolaa barattootni isaa qaxalee akka biyyaatti qabxii olaanaa galmeessisan 16 Insititiyuutii Teekinooloojii Shaggar (SIT) seenuu beeksise. Daayirektarri mana barumsichaa Barsiisaa Deettuu Diboo,…

Continue ReadingBarataan qabxii olaanaa fide Kaaliid Bashiriifi kanneen biroo eessa seenan?

MM Abiyyi Ahimad Ministira Dhimma Alaa Saayipiras waliin mar’atan

AMN Plus- Fulbaana 28/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Ministira Dhimma Alaa Rippaablika Saayipiras Dooktar Koonistaantiinoos Koomboosii fi jila isaaniin durfamu waliin mar'ataniiru. Turtii Naannoo Giddugaleessa Itoophiyaatti taasifne xumuruun…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Ministira Dhimma Alaa Saayipiras waliin mar’atan