Sirni Ifxaaraa Guddichi daandiirraa 5ffaan Magaalaa Finfinnee Addabaabaa’ii Masqalaatti gaggeeffameera.
AMN PLUS-Bitootessa 7/2017 Sirni Ifxaaraa Guddichi daandiirraa 5ffaan Magaalaa Finfinnee Addabaabaa'ii Masqalaatti gaggeeffameera. Dorgommiin Hafzii Qur’aanaa biyyoolessaa jalqabaa fi sirni Ifxaaraa Daandiirraa guddichi 5ffaa Mana Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Itoophiyaatiin…