Ayyaana Irreechaaf hanqinni geejjibaa akka hin uumamne qophiin taasifameera- Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii

‎AMN PLUS- Fulbaana 21/2018 ‎Kabaja Ayyaana Irreechaa irratti hanqinni geejjibaa akka hin uumamne qophiin barbaachisaa ta'e taasifamuu Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii beeksiseera. ‎Gorsaan Deetaa Ministiraa Geejjibaafi Loojistiksii Obbo Asaffaa HaaddiisFulbaana 24…

Continue ReadingAyyaana Irreechaaf hanqinni geejjibaa akka hin uumamne qophiin taasifameera- Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii

Ayyaana Irreechaa haala ho’aa ta’een kabajuuf qophiin taasifame

AMN Plus- Fulbaana 21/2018 Dhaabbileen Nageenyaafi Tasgabbii Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinneefi Hora Harsadee milkaa’inaan akka kabajamaniif qophiin xumurameera jedhan. Raayyaan Ittisa Biyyaa, Poolisiin Federaalaa, Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa, Poolisiin Magaalaa…

Continue ReadingAyyaana Irreechaa haala ho’aa ta’een kabajuuf qophiin taasifame

Kalaqni Industirii aadaafi sona ibsituu Irreechaati- Obbo Abarraa Taaddasaa

‎AMN PLUS-Fulbaana 21/2018 ‎Kalaqni Industirii aadaa ibsituu Irreechaa ta'uusaa Biiroo Aadaa fi Turizimii Oromiyaatti Daarektarri Misooma Industirii Ogummaa Harkaa Obbo Abarraa Taaddasaa himan. ‎Obbo Abarraan turtii AMN Diijitaal waliin turtii…

Continue ReadingKalaqni Industirii aadaafi sona ibsituu Irreechaati- Obbo Abarraa Taaddasaa

‎Nageenyi argame hojiilee misoomaaf haala mijeesse- Abbootii Gadaafi Jaarsolii Biyyaa Godina Gujii Lixaa

‎AMN PLUS- Fulbaana 21/2018 ‎Nageenyi naannoo Oromiyaa godina Gujii Lixaatti argame hojiilee misoomaa cimanii akka itti fufaniif haala mijeessuu isaa abbootiin Gadaa fi jaarsoliin biyyaa ibsan. ‎Abbootiin Gadaa fi Jaarsoliin…

Continue Reading‎Nageenyi argame hojiilee misoomaaf haala mijeesse- Abbootii Gadaafi Jaarsolii Biyyaa Godina Gujii Lixaa

Torbeen Turizimii Oromiyaa biyyaaf qabeenya ta’uu kan agarsiise ta’uu ibsame

‎AMN PLUS- Fulbaana 21/2018 ‎Torbee Turizimii Oromiyaa har'a guyyaa 2ffaa isaa qabateen daawwattootii biyya keessaa fi galaana gamaa bal'inaan irratti hirmaachaa jiru. ‎AMN waliin turtii kan taasisuun hirmaattotni torban turizimii…

Continue ReadingTorbeen Turizimii Oromiyaa biyyaaf qabeenya ta’uu kan agarsiise ta’uu ibsame

MM Abiyyi Ahimad (PhD) hojiilee misoomaa garagaraa daawwachuuf Jigjigaa dhaqan

AMN Plus - Fulbaana 21/2018 Ministirri muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) fi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon hojiiwwan misoomaa Naannoo Somaalee daawwachuuf Magaalaa Jigjigaa seenaniiru. Daawwannaa kana irratti hirmaachuuf Ministirri Muummee…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) hojiilee misoomaa garagaraa daawwachuuf Jigjigaa dhaqan

Kirkira lafaa Filiippiinsitti mudateen Lubbuun namoota 69 ol darbe

AMN PLUS- Fulbaana 21/2018 Kirkira lafaa biyya Baha Eeshiyaa taate Filiippiinsitti mudateen yoo xiqqaate lubbuun namoota 69 yoo darbu namootni hedduun ammoo madaa’uu isaanii anga’ootni biyyattii ibsaniiru. Gamoowwaan, daandiiwwaniifi manneen…

Continue ReadingKirkira lafaa Filiippiinsitti mudateen Lubbuun namoota 69 ol darbe

Ayyaana Irreechaaf geejjibni si’ataafi nageenyummaan isaa eegame ni dhiyaata- Ejensii Geejjibaa Oromiyaa

‎AMN PLUS- Fulbaana 21/2018 ‎Ejensiin Geejjiba Oromiyaa Ayyaana Irreechaa kabajamuuf jiruun walqabatee hanqinni kenna tajaajila geejjibaa akka hin jiraanne hojjataa jiraachuu beeksise. ‎Dabalataanis, balaan tiraafikaa akka hin uumamne xiyyeeffannaa olaanaan…

Continue ReadingAyyaana Irreechaaf geejjibni si’ataafi nageenyummaan isaa eegame ni dhiyaata- Ejensii Geejjibaa Oromiyaa