Finfinneetti galteewwan barnootaa tooftaa taphachiisuun ittiin barsiisan manneen barnootaa 21’f raabsame

‎AMN PLUS- Fulbaana 21/2018 ‎Cabiinsa sirna barnootaa sirreessuuf barnoota sadarkaa 1ffaan duraa irratti xiyyeeffannoon hojjetamaa akka jiru Hogganaan Biiroo Barnoota Magaalaa Finfinnee Zalaalam Mulaatuu (Dr.) ibsan. ‎Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee…

Continue ReadingFinfinneetti galteewwan barnootaa tooftaa taphachiisuun ittiin barsiisan manneen barnootaa 21’f raabsame

Himatamtootni mallattoo tiraafikaa buqqisanii fudhatan hidhaa waggaa ja’aan adabaman

‎AMN PLUS- Fulbaana 21/2018 ‎Himatamtootni mallattoo tiraafikaa misooma koriidariif hojjataman buqqisanii fudhatan to'atamuun hidhaa waggaa ja'aatiin akka adabaman Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksiseera. ‎Ibsa qajeelchi kun AMN'f ergeen, mallattoo…

Continue ReadingHimatamtootni mallattoo tiraafikaa buqqisanii fudhatan hidhaa waggaa ja’aan adabaman

Horri Finfinnee kabaja ayyaana Irreechaaf qulqulleeffamuun qophaa’e

‎AMN PLUS- Fulbaana 21/2018 ‎Irreecha Hora Finfinnee Fulbaana 24 Bara 2018 Sanbata dhufu kabajamuuf bakki irreeffannaan itti geggeeffamu Paarkiin Irreechaa Hora Finfinnee qulqulleeffamuun ibsameera. ‎Hoggantoonni, artistoonni fi qaamoleen hawaasaa adda…

Continue ReadingHorri Finfinnee kabaja ayyaana Irreechaaf qulqulleeffamuun qophaa’e

Qonni Kilaastaraa midhaan Dibataa bara Oomishaa kanatti guddateera- Ministeera Qonnaa

‎AMN PLUS- Fulbaana 21/2018 ‎Oomishtummaa midhaan dibataa fi dheedhiif xiyyeeffannoon hojjetamaa akka jiru ministeerri qonnaa beeksise. ‎Ministeerichatti Hoogganaan Deeskii Misooma Midhaan Dibataa fi Oomishaan Boodaa Obbo Fissahaa Tolasaa qonnaan bultoota…

Continue ReadingQonni Kilaastaraa midhaan Dibataa bara Oomishaa kanatti guddateera- Ministeera Qonnaa

Irreechi ulaagaa hambaa Kiliyaa UNESCO’n barbaadu kan guuttateedha – Obbo Jamjam Uddeessaa

AMN Plus- Fulbaana 21/2018 Barreessaafi Qorataan Sirna Gadaa Obbo Jamjam Uddeessaa Irreechi hambaa Kiliyaa addunyaa ta'ee UNESCO irratti galmeessuuf ulaagaan daangessuu akka hin jirre dubbataniiru. Obbo Jamjam turtii addatti AMN…

Continue ReadingIrreechi ulaagaa hambaa Kiliyaa UNESCO’n barbaadu kan guuttateedha – Obbo Jamjam Uddeessaa

Ayyaanni Irreechaa duudhaa isaa eegee ho’ee akka kabajamuuf qophiileen addaddaa taasifameera

‎AMN PLUS-Fulbaana 20/2018 ‎Ayyaanni Irreechaa duudhaa isaa eegee ho'ee akka kabajamuuf qophiileen addaddaa taasifamuu himame. ‎Kutaa magaalaa Lidataatti ''Irreechi olka'iinsa Biyyaaf'' mata duree jedhuun kan kabajamu Ayyaana Irreechaa bara 2018…

Continue ReadingAyyaanni Irreechaa duudhaa isaa eegee ho’ee akka kabajamuuf qophiileen addaddaa taasifameera

Konsartiin Irreechaa Guddichi 3ffaan jala bultii Irreechaatti gaggeeffama

AMN Plus - Fulbaana 20/2018 Konsartiin Irreechaa Guddichi 3ffaan jala bultii Irreechaarratti Galma Barkumeetti kan gaggeeffamu ta'uun ibsame Dhaabbanni 'Numaan Events and Promotion' Konsartii Irreechaa Guddicha 3ffaa ilaalchisuun ibsa miidiyaaleef…

Continue ReadingKonsartiin Irreechaa Guddichi 3ffaan jala bultii Irreechaatti gaggeeffama

Irreechi uumamaan Uumaa raajeffachuudha- Barsiisaa H/mikaa’el Taaddasaa

‎AMN PLUS - Fulbaana 20/2018 ‎Irreechi hojiilee ajaa’ibsiisoo waaqni uumeen uumaa raajeffachuufi galateeffachuu akka ta’e Barsiisaan Amantii H/mikaa'el Taaddasaa himan. ‎Qophii Roga Dubbii AMN Plus irratti waa'ee Irreechaa kaasuun turtii…

Continue ReadingIrreechi uumamaan Uumaa raajeffachuudha- Barsiisaa H/mikaa’el Taaddasaa

Finfinnee Iddoo irreeffannaa Hora Finfinnee haala mijataan qopheessiteetti- Obbo Mogas Baalchaa

‎AMN PLUS -Fulbaana 20/2018 ‎Kutaa Magaalaa Eekkatti jala bultiin ayyaana Irreechaa mata duree “Irreechi Olka'insa Biyyaaf jedhun qophiin taasifame. ‎Kabajni ayyaana irreechaa baranaa, bara Hidhi Haaromsaa Guddichi Itoophiyaa itti eebbifamee…

Continue ReadingFinfinnee Iddoo irreeffannaa Hora Finfinnee haala mijataan qopheessiteetti- Obbo Mogas Baalchaa