Ayyaanni Irreechaa miidhaginaan akka kabajamuuf jiraattonni Finfinnee tumsa akka taasisan waamichi dhiyaate

AMN PLUS - Fulbaana 18/2018 Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun sosochiin ispoortii hawaasa magaalaa Finfinnee hirmaachise mata duree "Irreechaa Obbolummaaf" jedhuun Kutaa Magaalaa Eekkaa Addababa'ii Diyaaspooraatti geggeeffame. Hogganaan Biiroo Dargaggoo fi Ispoortii…

Continue ReadingAyyaanni Irreechaa miidhaginaan akka kabajamuuf jiraattonni Finfinnee tumsa akka taasisan waamichi dhiyaate

Ajajni Bahaa sochii garee finxaaleyyii hordofuun tarkaanfii fudhachaa jira- Jeneraal Ababaaw Taaddasaa

AMN PLUS- Fulbaana 16/ 2018 Raayyaan Ittisa Biyyaa Ajajni Bahaa sochii garee finxaaleyyii hordofuun tarkaanfii fudhachuun nageenya mirkaneessaa jira jedhan Itti aanaan Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Humnoota Waraanaa fi Walitti Qabaan…

Continue ReadingAjajni Bahaa sochii garee finxaaleyyii hordofuun tarkaanfii fudhachaa jira- Jeneraal Ababaaw Taaddasaa

Akka Damaraatti waltumsinee ida’amuun imala badhaadhina waloon ha milkeessinu- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS – Fulbaana 16/2018 Badhaadhina Itoophiyaa mirkaneessuuf ifaajii Masqala argachuuf taasifame akka fakkeenyaatti fudhachuun, akka Damaraatti waltumsinee hojjechuu barbaachisa jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan. Kantiibaa Adaanech…

Continue ReadingAkka Damaraatti waltumsinee ida’amuun imala badhaadhina waloon ha milkeessinu- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Ayyaanni Damaraa/Ibsaa Masqalaa, magaalaa Finfinnee Addababa’ii Masqalaatti kabajamaa jira

AMN PLUS- Fulbaana 16/2018 Ayyaanni Damaraa magaalaa Finfinneetti Paatriyaarkiin Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Eebbifamoo Abuna Maatiyaas argamanitti kabajamaa jira. Abuna Maatiyaas Ayyaanicha kadhannaadhaan ifatti bananiiru. Sirna kana irratti Abuna…

Continue ReadingAyyaanni Damaraa/Ibsaa Masqalaa, magaalaa Finfinnee Addababa’ii Masqalaatti kabajamaa jira

Ayyaanonni Uummataafi amantaa calaqqee heddummina Itoophiyaati jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa

AMN PLUS - Fulbaana 16/2018 Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ayyaanonni Uummataafi amantaa calaqqee heddummina Itoophiyaa ta'uu beeksise. Ayyaanni Daamaraa/Ibsaa Masqalaa hambaalee kiliyyaa Itiyoophiyaan sadarkaa idil-addunyaatti galmeessiste keessaa tokko ta’uu tajaajilichi ibseera.…

Continue ReadingAyyaanonni Uummataafi amantaa calaqqee heddummina Itoophiyaati jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa

“Eenyuyyuu biyyaan ol miti” Komaandar Atileet Silashii Sihin

AMN PLUS - Fulbaana 16/2018 Atileetotaa fi leenjistoota muraasa irratti miirri biyyaalessummaa akka gadi bu'e arginee jirra jedhan Pirezidaantiin Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa Komaandar Atileet Silashii Sihin. Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa…

Continue Reading“Eenyuyyuu biyyaan ol miti” Komaandar Atileet Silashii Sihin

Misoomni Niwukiraa Akkamiin ‎Wal’aansa Fayyaa Itoophiyaa Jijjiira?

‎AMN PLUS- Fulbaana 16/2018 ‎Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimad (Dr.) bu'uura misoomaa niwukilaraa ijaaruuf waliigaltee dandeessisu Raashiyaa wajjin mallatteeffamuu ilaalchisee, Wiirtuun Saayinsii Niwukilaraafi Teekinooloojii akka ijaaramu beeksisaniiru. ‎Madda anniisaaf kan…

Continue ReadingMisoomni Niwukiraa Akkamiin ‎Wal’aansa Fayyaa Itoophiyaa Jijjiira?

Kantiibaa Adaanech Abeebeen mannee jireenyaa 253 dabarsan

AMN PLUS- Fulbaana 16/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti manneen jireenyaa 253 namoota oolmaa guddaa biyyaaf oolan, lammiilee rakkoo hawaasummaa cimaaf saaxilamaniifi deeggarsa warreen hin…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen mannee jireenyaa 253 dabarsan