Ayyaanonni addababa’ii si’eessituu guddina diinagdeeti -Obbo Hundee Kabbadaa

‎AMN PLUS-Fulbaana 15/2018 ‎Kabajni ayyaanota addababa'ii yaa'iinsa tuurizimii dabaluun si'eessituu guddina diinagdee ta'aa dhufuu Komishinarri Komishinii Tuurizimii Magaalaa Finfinnee Hundee Kabbadaa dubbatan. ‎Komishinar Hundee Kabbadaa AMN PLUS waliin turtii taasisaniin,…

Continue ReadingAyyaanonni addababa’ii si’eessituu guddina diinagdeeti -Obbo Hundee Kabbadaa

Iraan Meeshaalee Waraanaa Niwukilaraa hin barbaadduu- Masooyudi Pezekiyaan

AMN PLUS- Fulbaana 15/2018 Pirezdaantiin Iraan Masooyudi Pezekiyaan biyyi isaanii Meeshaalee Waraanaa Niwukilara hidhachuuf yaaltee hin beektu, fuuldurattis hin barbaaddu jedhan. Pirezidaant Masooyud Kora Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Ameerikaa Niiwuyoorkitti gaggeeffamaa…

Continue ReadingIraan Meeshaalee Waraanaa Niwukilaraa hin barbaadduu- Masooyudi Pezekiyaan

Kitaabni “Birihaan Fanxaaqiiwu Abbaay” eebbifameera.

‎AMN PLUS- Fulbaana 15/2018 ‎Kitaabni bu'aa ba'ii hidhi haaromsa guddichi Itoophiyaa keessa dabree ibsu "Birihaan Fanxaaqiiwu Abbaay" eebbifameera. ‎Kitaabichi dhaabbata Pireesii Itoophiyaan kan barreeffame yoo ta'u, gaabbii baroota dheeraa Itoophiyaan…

Continue ReadingKitaabni “Birihaan Fanxaaqiiwu Abbaay” eebbifameera.

Bakki ayyaanni daamaraa masqalaa itti kabajamu qulqullaa’e

‎AMN PLUS-Fulbaana 15/2018 ‎Sagantaan qulqullina adabaabaayii ayyaanni daamaraa masqalaa itti kabajamu kutaalee hawaasaa garagaraa hirmaachisuun gaggeeffame. ‎Saganticha irratti sadarkaa Itti Aanaa Kantiibaatti Hoji gaggeessaa olaanaa magaalaa Finfinnee Injiinar Wandimmuu Seetaa…

Continue ReadingBakki ayyaanni daamaraa masqalaa itti kabajamu qulqullaa’e

Itoophiyaan Inisheetiivii Ergama Annisaa 300’tti makamte

‎AMN PLUS- Fulbaana 15/2018 ‎Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaasee yaa'ii waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti hirmaachaa wayita jiranitti Itoophiyaan Innisheetivii Ergama Annisaa 300'tti makamuun ishee beekameera. ‎Innisheetiviin kun ergama Afrikaa guutummaatti tajaajila…

Continue ReadingItoophiyaan Inisheetiivii Ergama Annisaa 300’tti makamte

Antooniyoo Guutareez uummata Itoophiyaaf ergaa baga gammaddanii dabarsan

AMN PLUS- Fulbaana 15/ 2018 Hidhi Haaromsaa xumuramuu hordofee Barreessaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutaareez ergaa Baga geessanii dabarsan. Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Barreessaa olaanaa mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin…

Continue ReadingAntooniyoo Guutareez uummata Itoophiyaaf ergaa baga gammaddanii dabarsan

Bareedduun Irrechaa ayyaanicha addunyaaf beeksisuuf filatamti- Aadde Gannat Makonnin

‎AMN PLUS- Fulbaana 15/2018 ‎Bareedduun Irreechaa maalummaa Irreecha hubachiisuufi addunyaaf beeksisuuf kan filatamtu ta'uu Itti Gaafatamtuun Waajjira Aadaafi Turizimii bulchiinsa magaalaa Bishooftuu Aadde Gannat Makonnin himan. ‎Biiroo Aadaafi Tuuriizimii Oromiyaa,…

Continue ReadingBareedduun Irrechaa ayyaanicha addunyaaf beeksisuuf filatamti- Aadde Gannat Makonnin

Itoophiyaafi Keeniyaan damee loltummaan tumsaan hojjechuuf waliigaltee mallatteessan

AMN PLUS- Fulbaana 14/2018 Itoophiyaafi Keeniyaan tumsa damee loltummaan qaban cimsuuf waliigaltee mallatteessan. Waliigalticha Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaafi Itaamaajoor Shuumiin Raayyaa Ittisaa Keeniyaa Jeneraal Chaarlis…

Continue ReadingItoophiyaafi Keeniyaan damee loltummaan tumsaan hojjechuuf waliigaltee mallatteessan