MM Abiyyi Ahimad (Dr) Dura Taa’aa Gamtaa Afrikaa Jo’aawoo Looreenchoo waliin mari’atan

AMN PLUS- Qaammee 2/2017 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) Yaa'ii Jijjiirama Qilleensaa Afriikaan cinatti Dura Taa'aa Gamtaa Afriikaa Yerichaa kan ta'an Pirezidaantii Angoolaa Jo'aawoo Looreenchoo waliin mari’ataniiru. Dr. Abiyyi…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (Dr) Dura Taa’aa Gamtaa Afrikaa Jo’aawoo Looreenchoo waliin mari’atan

Waloomni jabina keenya- Kantiibaa Adaanach Abeebee

AMN PLUS- Qaammee 2/2017 ‎Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee ayyaana bara haaraa sababeffachuun harka qalleeyyiif maaddii qoodaniiru. ‎Kantiibaa Adaanach,tibba ayyaanaa qofaa osoo hin taane yeroo mara deeggarsi harka qalleeyyiif…

Continue ReadingWaloomni jabina keenya- Kantiibaa Adaanach Abeebee

Waloomni iccitii birmadummaati- Aadde Sa’aadaa Abduramaan

‎AMN PLUS- Qaammee 2/2017 ‎Qaammeen 2 Guyyaan Waloomaa sadarkaa Naannoo Oromiyaatti Magaalaa Shaashamanneetti sirnoota garaa garaan kabajamaa jira ‎Af-Yaa'iin Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abduramaan Itoophiyaan biyya sab-daneettii, af-daneettiifi…

Continue ReadingWaloomni iccitii birmadummaati- Aadde Sa’aadaa Abduramaan

Poolisiin Federaalaa Yaa’iwwan tibbanaaf bobbii humna nageenyaa teekinooloojiin deeggarame taasisuu beeksise.

AMN PLUS- Qaammee 2/2017 Yaa’iiJijjiirama qabeenya qilleensaa fi Yaa'ii Afrikaa- Kaariibiyaan Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaniif qophiin barbaachiisu taasifameera jedhe Poolisiin Federaalaa . Haaluma kanaan Yaa'ichi karaa nagaan akka gaggeeffamuuf jalqabaa hanga…

Continue ReadingPoolisiin Federaalaa Yaa’iwwan tibbanaaf bobbii humna nageenyaa teekinooloojiin deeggarame taasisuu beeksise.

Heddumminni Itoophiyaaf seenaa fi bifa isheeti- MM Abiyyi Ahimad (Dr)

AMN PLUS- Qaammee 2/2017 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) Qaammee 2, Guyyaa Waloomaa sababeeffachuun ergaa dabarsaniiru. Dooktar Abiyyi gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin, Itoophiyaan biyya kennaawwan hedduun guutamtedha jedhan. Kennaawwan…

Continue ReadingHeddumminni Itoophiyaaf seenaa fi bifa isheeti- MM Abiyyi Ahimad (Dr)

Tiiktookarri ‘Burabull’ to’annoo seeraa jala oolfame

AMN PLUS- Qaammee 1/2017 Tiiktookarri miidiyaa hawaasaa fayyadamuun namoota doorsisu Biruuk Tasfaayee (Burabull) to'annoo jala oolfamuun qorannoon irratti geggeeffamaa jiraachuu Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Magaalaa Finfinnee hime. Tiiktookarri kun doorsisarra darbee…

Continue ReadingTiiktookarri ‘Burabull’ to’annoo seeraa jala oolfame

Atileetotni Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa irratti hirmaatan gaggeeffaman

‎AMN PLUS- Qaammee 1/2017 ‎Atileetota Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Tookiyoo irratti hirmaataniif sirni gaggeessaa taasifameera. ‎Ministirri Aadaa fi Ispoortii Aadde Shawwiit Shaankaa mootummaan xiyyeeffannoo ispoortiif kennee hojjechaa akka jiru…

Continue ReadingAtileetotni Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa irratti hirmaatan gaggeeffaman

“Bakka galaanaa keessan to’achuuf qophaa’aa” Fiild Maarshaal Birhaanuu Juullaa

AMN PLUS- Qaammee 1/2017 Waggootii 33 booda gara guddummaa duraaniitti deebi'uuf Waajjirri Olaanaan Humna Galaanaa Itoophiyaa bifa haaraan ijaaramuun eebbifame. Waajjiricha kan eebbisiisan Itaamaajoor Shuumiin Humnoota Waraanaa Itoophiyaa Fiild Maarshaal…

Continue Reading“Bakka galaanaa keessan to’achuuf qophaa’aa” Fiild Maarshaal Birhaanuu Juullaa

Goobeefi Shinooyyeen calaqqee eenyummaati – Aadde Nafiisaa Almahaadii

‎AMN PLUS- Qaammee 1/2017 ‎Goobeefi Shinooyyeen calaqqee, madda gammachuu, jaalalaafi tokkummaa Ummata Oromoo akka ta'an Deetaan Ministiraa Aadaafi Spoortii Aaddee Nafiisaa Almahaadii ibsan. ‎Agarsiisni Goobeefi Shinooyyee magaalaa Finfinneetti har'a eegaleera.…

Continue ReadingGoobeefi Shinooyyeen calaqqee eenyummaati – Aadde Nafiisaa Almahaadii

Hidhaan Haaromsaa hanguma Itoophiyaanotni itti cichooman gaha- Dr.Injinar Habtaamuu Ittafaa

‎AMN PLUS - Qaammee 1/2017 Hidhi Guddichi Haaromsa Itoophiyaa biyyoon akka hin guutamne hojiin kunuunsa qabeenya uumamaa hojjatameera jedhan Ministirri Bishaaniifi Inarjii Doktar Injinar Habtaamuu Ittafaa. ‎Asxaafi mallattoo tokkummaa saboota,…

Continue ReadingHidhaan Haaromsaa hanguma Itoophiyaanotni itti cichooman gaha- Dr.Injinar Habtaamuu Ittafaa