MM Abiyyi Ahimad Mr. Masaad Buuloos waliin mari’atan

AMN PLUS- Fulbaana 7/2018 Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ameerikaatti Gorsaa Olaanaa Waajjira Isteet Dippaartimantii Maasaad Buuloos waliin mari’atan. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin,…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Mr. Masaad Buuloos waliin mari’atan

Minjaalarra ciisee qorame: Qabxii gaarii dhibee dandamachuun galmaa’e

‎AMN PLUS- Fulbaana 7/2018 ‎Aluddiin Huseen barataa qaxalee mana barumsaa Ifa Boruu Bultii Addaa Beddelleetti. Qormaata biyyaalessaa Bara 2017'f qophii taasisaa ture. Daree keessatti sirriitti qalbeeffachuurra darbee yeroo dareen alatti…

Continue ReadingMinjaalarra ciisee qorame: Qabxii gaarii dhibee dandamachuun galmaa’e

Hoggantootni Olaanoon Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Hidha Haaromsaa daawwatan

AMN PLUS-Fulbaana 7/2018 Hoggantoonni Olaanoon Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee hidha haaromsa guddicha Itoophiyaa akka daawwatan ibsameera. Hawwii bara dheeraa hidha haaromsa guddicha Itoophiyaa milkeessuun maqaa biyyatti waltajjii addunyaatti olkaasuun dhaloonni kun…

Continue ReadingHoggantootni Olaanoon Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Hidha Haaromsaa daawwatan

Ayyaanni Masqalaafi irreechaa karaa nagaan akka kabajamu qophiin gahaan taasifameera

AMN PLUS- Fulbaana 7/2017 Ayyaanni Masqalaafi irreechaa karaa duudhaafi aadaa isaa eeggateen nagaan akka kabajamuuf qophiin gahaan taasifamuu isaa Hoggantuun Biiroo Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee Aadde Liidiyaa Girmaa ibsaniiru.…

Continue ReadingAyyaanni Masqalaafi irreechaa karaa nagaan akka kabajamu qophiin gahaan taasifameera

Itoophiyaan ulaa galaanaa ni mijeeffatti- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)

‎AMN PLUS- Fulbaana 7/2018 ‎Itoophiyaan seensaa fi bahumsaa Galaanaa mijeeffachuun ishee waan hin oolle ta’uu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr.) Ibsan. ‎Muumichi Ministiraa Abiyyi Ahimad (Dr) yaadama ida'amuu tiin…

Continue ReadingItoophiyaan ulaa galaanaa ni mijeeffatti- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)

‎”Mootummaa Ida’amuu” rakkoo Itoophiyaa keessa jiru xiinxaluun furmaata kaa’a- Geetaachoo Raddaa

‎AMN PLUS- Fulbaana 7/2018 ‎Kitaabni "Mootummaa Ida’amuu" rakkoowwan Itoophiyaa keessa jiran xiinxaluun furmaata akka kaa’u Dhimma Baha Afrikaarratti Gorsaan Ministira Muummee obbo Geetaachoo Raddaa ibsaniiru. ‎Sirna eebba kitaaba kanaa irratti…

Continue Reading‎”Mootummaa Ida’amuu” rakkoo Itoophiyaa keessa jiru xiinxaluun furmaata kaa’a- Geetaachoo Raddaa

Jijjiiramni Finfinneen waggoota muraasa keessatti galmeessite Afrikaaf fakkeenya ta’a- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

‎AMN PLUS - Fulbaana 07/ 2018 ‎Jijjiiramni Finfinneen waggoota muraasa keessatti galmeessite Afrikaa maraaf fakkeenya akka ta'u Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr.) sirna eebbaa Kitaaba Ida'amuu 4ffaa, "Mootummaa Ida'amuu"…

Continue ReadingJijjiiramni Finfinneen waggoota muraasa keessatti galmeessite Afrikaaf fakkeenya ta’a- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

Mootummaan Ida’amuu har’a irra dhaabbatee, egeree fooyya’aa ijaara- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

‎AMN PLUS - Fulbaana 7/2018 ‎Mootummaan Ida'amuu har'a irra dhaabbatee, egeree fooyya'aa mil'achuun kan ijaaru ta'uu isaa Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr.) ibsan. ‎Kitaabni 4ffaa Ministirri Muummee falaasama Ida'amuu…

Continue ReadingMootummaan Ida’amuu har’a irra dhaabbatee, egeree fooyya’aa ijaara- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)