Naannoo Oromiyaatti dhibeen busaa akka hin babal’anneef hojjatamaa jira

‎AMN PLUS-Fulbaana 6/2018 ‎Naannoo Oromiyaatti ganna xumuramaa jiru hordofee tatamsa'inni dhukkuba busaa akka hin babal'anneef hojiiwwan garaa garaa hojjetamaa jiraachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise. ‎Hogganaa Itti Aanaan Biirichaa Doktar Tasfaayee…

Continue ReadingNaannoo Oromiyaatti dhibeen busaa akka hin babal’anneef hojjatamaa jira

Shira diinotaa cabsuun tokkummaan dhaabbachuu dandeenyeerra- Obbo Araggaa Kabbadaa

AMN PLUS- Fulbaana 6/2018 Shira diinotaa cabsuun tokkummaan dhaabbachuu dandeenyeerra jedhan Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan. Obbo Araggaa Kabbadaan hiriira deeggarsaa eebbifamuu Hidha Haaromsaa sababeeffachuun magaalaa Bahir Daaritti gaggeeffame…

Continue ReadingShira diinotaa cabsuun tokkummaan dhaabbachuu dandeenyeerra- Obbo Araggaa Kabbadaa

‎Sirna dimokiraasii biyyoota Afrikaa cimsuuf caalmaatti hojjatama-Gamtaa Afrikaa

‎AMN PLUS - Fulbaana 6/2018 ‎Ijaarsa sirna dimokiraasii biyyoota Afrikaa cimsuuf caalmaatti akka hojjetan Komishinarri Komishinii Gamtaa Afrikaa Alii Mahaammad Yuusuf ibsan. ‎Guyyaan dimokiraasii Idil addunyaa ''Bulchiinsa milkaa'aa artifishaal intelijensii…

Continue Reading‎Sirna dimokiraasii biyyoota Afrikaa cimsuuf caalmaatti hojjatama-Gamtaa Afrikaa

Haleellaan Israa’el Kaataar irratti raawwatte Ameerikaa mufachiiseera- Maarkoo Ruubiyoo

AMN PLUS- Fulbaana 5/2018 Haleellaan Israa’el Kaataar irratti torban darbe keessa raawwatte Ameerikaa mufachiisuu isaa Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa, Maarkoo Ruubiyoo, Ministira Muummee Israa’el Beeniyaamin Netaaniyaahuutti himanii jiru. Maarkoo Ruubiyoon…

Continue ReadingHaleellaan Israa’el Kaataar irratti raawwatte Ameerikaa mufachiiseera- Maarkoo Ruubiyoo

Dhaloota saayinsiifi teknooloojiin dorgomaa ta’e uumuuf bu’uurri cimaan kaa’amaa jira – Pirezidaanti Shimallis

AMN PLUS- Fulbaana 6/2018 Dhaloota saayinsiifi teknooloojiin dorgomaa ta’e uumuuf bu’uurri cimaan kaa’amaa jira jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Mootummaan Naannoo Oromiyaa galmoota gurguddoo qabatee milkeessuuf hojjachaa…

Continue ReadingDhaloota saayinsiifi teknooloojiin dorgomaa ta’e uumuuf bu’uurri cimaan kaa’amaa jira – Pirezidaanti Shimallis

Milkaa’inni Hidha Haaromsaan argame hojiilee biroon itti fufuu qaba- Obbo Kaasaahun Gonfaa

‎AMN PLUS- Fulbaana 5/2018 ‎Injifannoo Adawaa 2ffaa kan ta'e milkaa'inni Hidha Haaromsaan argame hojiilee biroon itti fufuu akka qabu Hoji Raawwachiisaa Olaanaa AMN Obbo Kaasaahun Gonfaa ibsan. AMN marii torbanii…

Continue ReadingMilkaa’inni Hidha Haaromsaan argame hojiilee biroon itti fufuu qaba- Obbo Kaasaahun Gonfaa

Magaalaa Finfinneetti baruufi barsiisuun bara 2018 manneen barnootaa hundatti eegaleera

‎AMN PLUS - Fulbaana 5/2018 ‎Sagantaan baruu fi barsiisuu Bara 2018 manneen barnootaa magaalaa Finfinnee hundatti eegaluu Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee beeksise. ‎Hoogganaan Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee Zalaalam Mulaatuu (Dr)…

Continue ReadingMagaalaa Finfinneetti baruufi barsiisuun bara 2018 manneen barnootaa hundatti eegaleera

Namootni imaltoota fakkaachuun yakka goyyomsaa (Shuwaashuwaa) raawwachuun shakkaman 10 to’annoo jala oolfaman

‎AMN PLUS- Fulbaana 5/2018 ‎Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Booleetti, Fulbaana 3 Bara 2018, namootni imaltoota fakkaachuun yakka goyyomsaa (Shuwaashuwaa) raawwachuun shakkaman 10 to'annoo jala oolfamanii qoratamaa akka jiran Qajeelchi Waliigalaa…

Continue ReadingNamootni imaltoota fakkaachuun yakka goyyomsaa (Shuwaashuwaa) raawwachuun shakkaman 10 to’annoo jala oolfaman

Dhaloonni ammaa dhaloota seenaa hojjachaa jirudha- Obbo Awwaluu Abdii

‎AMN PLUS- Fulbaana 5/2018 ‎Pirezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii, dhaloonni har'aa dhaloota addaa seenaa hojjechaa jiru ta'uu ibsan. ‎Obbo Awwaluun xumuramee eebbifamuu ijaarsa hidha haaromsaa guddicha…

Continue ReadingDhaloonni ammaa dhaloota seenaa hojjachaa jirudha- Obbo Awwaluu Abdii

Finfinneen barattoota qabxii 500 ol fidan 888 qabaachuun 1ffaa taate

‎AMN PLUS- Fulbaana 4/2018 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee barattoota qabxii 500 ol fidan 888 horachuun 1ffaa akkasumas barattoota qormaataaf dhiyeesse keessaa dhibbantaa 25.9 dabarsuun 1ffaa ta'e. Ministeerri Barnootaa bu'aa Qormaata Biyyaalessaa…

Continue ReadingFinfinneen barattoota qabxii 500 ol fidan 888 qabaachuun 1ffaa taate