Teekinooloojii diroonii oomishuu cimsee kan itti fufe Indaastirii Eronootiksii ‘Skywin’
AMNPLUS- Onkoloolessa 04/2018 Indaastiriin Eronootiksii Iskaaywiin oomishaalee teeknooloojii diroonii tajaajiloota adda addaaf oolan oomishuu cimsee itti fufa jedhan Itti aanaan Daayireektara Jeneraalaa Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa obbo Sisaay Tolaan.…