Nagaa eeguu fi kunuunsuun itti gaafatamummaa lammii hundaati- Kantiibaa Adaanach Abeebee
AMN PLUS - Hagayya 26/2017 Nagaa eeguu fi kununsuun itti gaafatamummaa lammii hundaa ta’uu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee ibsaniiru. Miseensonni raayyaa nageenyaa barnoota daree fi leenjii dirree fudhataa…