Inistiitiyuutichi dhaloota yaadama haaraa biyya guddisu uumuuf ga’ee guddaa qaba- Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa
AMNPLUS- Onkoloolessa 02/ 2018 Inistitiyuutiin Tekinooloojii Shaggar, cabinsa sirna Barnootaa furuun dhaloota yaadama haaraa qabu uumuu keessatti gahee olaanaa qaba jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan. Inistitiyuutiin Tekinooloojii Shaggar har'a…