Atileet Masarat Daffaar Amerikaatti badhaasa ”Africa Impact Award” badhaafamuufi

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 01/2018 ‎Itti aantuun Pirezidaantii Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa Atileet Masarat Daffaar Dilbata dhufu kan gaggeeffamu badhaasa ''Africa Impact Award'' irratti hirmaachuuf Ameriikaa dhaqxeetti. ‎Saganticha irratti Pirezidaantiin Federeeshinii Atiletiksii…

Continue ReadingAtileet Masarat Daffaar Amerikaatti badhaasa ”Africa Impact Award” badhaafamuufi

‎Feestivaalli nyaata aadaa Itoophiyaa yeroo jalqabaaf gaggeeffama

‎AMN PLUS - Onkoloolessa 01/2018 ‎Feestiivaalli nyaata aadaalee Itoophiyaa jalqabaa har'a magaalaa Shaggaritti gaggeeffama. ‎Festiivaalicha Inistiitiyuutii Leenjii Turizimii, Kurriftuu Afiriikaa Viileejii, Bulchiinsa Magaalaa Shaggarii fi Ministeera Hojii fi Ogummaa waliin…

Continue Reading‎Feestivaalli nyaata aadaa Itoophiyaa yeroo jalqabaaf gaggeeffama

Daballii mindaa haaraa kaffaluuf qophii xumureera- Biiroo Maallaqaa Finfinnee

AMN PLUS- Fulbaana 30/2018 Biiroon Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee daballii miindaa hojjettoota mootummaa baatii Fulbaanaarraa kaasee hojiirra oolu kaffaluuf qophii xumuruu beeksise. Sadarkaa Kantiibaa Itti Aanaatti Hogganaan Biiroo Maallaqaa Finfinnee…

Continue ReadingDaballii mindaa haaraa kaffaluuf qophii xumureera- Biiroo Maallaqaa Finfinnee

Mootummaan konkolaattota uummataafi fe’isaa gaazii uumamaa fayyadaman qaraxa irraa bilisa akka galfaman eeyyame

AMN PLUS- Fulbaana 30/2018 Mootummaan har'a irraa kaasee konkolaattota uummataafi fe'isaa gaazii uumamaa fayyadaman qaraxa gumurukaa irraa bilisa akka galfaman eeyyamuu Ministeerri Maallaqaa beeksise. Ministeerri Maallaqaa xalayaa Komishinii Gumurukaaf barreesseen…

Continue ReadingMootummaan konkolaattota uummataafi fe’isaa gaazii uumamaa fayyadaman qaraxa irraa bilisa akka galfaman eeyyame

Itoophiyaan Naannawa Daldala Bilisaa irraa biyyoota sadarkaa duraatti fayyadamoo ta’an 10 keessaa tokko taati- Qorataa

AMN PLUS – Fulbaana 30/2018 Waliigaltee Naannoo Daldala Bilisaa Afrikaa (AfCFTA) irraa Itoophiyaan biyyoota sadarkaa duraatti fayyadamoo ta’an 10 keessaa tokko akka taatu dandeessisa jedhan Qorataan Institiyuutii Qorannoo Tarsiimoofi Miseensi…

Continue ReadingItoophiyaan Naannawa Daldala Bilisaa irraa biyyoota sadarkaa duraatti fayyadamoo ta’an 10 keessaa tokko taati- Qorataa

Muuxannoon Ashaara Magariisaa Itoophiyaa biyyoota ollaa kakaasaa jira

AMN PLUS - Fulbaana 30/2018 Keeniyaan haga bara 2032tti biqiltuu biiliyoona 15 dhaabuuf sosochii biyyaalessaa eegaluu Pirezidaantiin biyyattii Wiiliyaam Ruutoon himan. Galma qabame kana milkeessuuf mootummaan guutummaa biyyattiitti biqiltuu akka…

Continue ReadingMuuxannoon Ashaara Magariisaa Itoophiyaa biyyoota ollaa kakaasaa jira

MM Abiyyi Ahimad Hadiyyaafi Silxeetti manneen moodela baadiyyaa qonnaan bultootaaf dabarsan

AMN PLUS- Fulbaana 30/2018 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad gandoota baadiyyaa modeelaa Hadiyyaafi Silxeetti manneen ijaaraman jiraattotaaf dabarsanii kennuu isaanii ibsan. Manneen jireenyaa abbaa ciisicha sadii kunneen meeshaa baayogaazii nyaata bilcheessuuf…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Hadiyyaafi Silxeetti manneen moodela baadiyyaa qonnaan bultootaaf dabarsan

Israa’el loltoota ishee Gaazaatii baasuu eegalte

AMN PLUS- Fulbaana 30/2018 Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp, Gaazaatti nagaa buusuuf dhukaasni akka dhaabbatuufi ugguramtootnis akka gadhiifaman wixinee baasan Israa’el raggaasisuuishee beeksisteetti. Muummichi Ministiraa Israa’el wixinee kana simachuu isaanii kan…

Continue ReadingIsraa’el loltoota ishee Gaazaatii baasuu eegalte