Israa’el Iraan irratti haleellaa banuuf karoora addaa qopheessuushee odeeffannoon miliqee bahe ifoomse
AMN Onkololeessa 9, 2017 Dhaabbanni basaasaa US Israa'el Iraan irratti haleellaa banuuf karoorsuushee dookumentiin qindeesse miliqee bahuun dhagahame. Iccitii biyyaalessaa kan jedhame odeeffannoon kun miliqee bahuunsaa hoggantoota Amerikaa akka malee…