Finfinneetti namootni Kuma 600 ol leenjii Koodarootaa xumuruun waraqaa raga argataniiru

AMN PLUS- Mudde 6/2018 Finfinneetti namootni Kuma 600 fi kuma 22 fi 318 leenjii Inisheetivii 'Koodaroota Miliyoona Shanii' xumuruun waraqaa raga fudhachuu Biiroon Innooveshiniifi Misooma Teekinooloojii magaalichaa beeksiseera. Biirichatti Daayirektarri…

Continue ReadingFinfinneetti namootni Kuma 600 ol leenjii Koodarootaa xumuruun waraqaa raga argataniiru

Finfinneen Daldala ‘Online’n gaggeeffamu gara sirna Gibiraatti galchuufi

‎AMN PLUS - Mudde 6/2018 ‎Biiroon Galiiwwanii Magaalaa Finfinnee bittaaf gurgurtaa onlaayiniin gaggeeffamu gara sirna gibiraatti galchuuf xiyyeeffannaan hojjechaa akka jiru hime. Daayirektarri Kominikeeshinii Biiroo Galiiwwanii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Obbo …

Continue ReadingFinfinneen Daldala ‘Online’n gaggeeffamu gara sirna Gibiraatti galchuufi

“Haadholiin Itoophiyaa Waaqa naaf kadhadhaa” Maaster Abinnet

AMN PLUS- Mudde 6/2018 Maastar Abinnat Kabbadaa, miidiyaan hawaasummaa akkamiin jireenya lammiilee dadhaboo akka jijjiiru nama gochaan agarsiise dha. Namoota dhibamanii rakkatan waliin dhukkubsata. Haadholii rakkoon boochisu waliin boo’a. Miidiyaa…

Continue Reading“Haadholiin Itoophiyaa Waaqa naaf kadhadhaa” Maaster Abinnet

Gargaaramtummaafi kadhaa Zeeroo taasisuun galma keenya- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Mudde 4/2018 Galmoota Pirojektii Zeeroo akka magaalaatti qabamanii jiran keessaa tokko Gargaaramtummaafi kadhaa Zeeroo taasisuu akka ta’e Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsan. Har’a ganama Finfinnee,…

Continue ReadingGargaaramtummaafi kadhaa Zeeroo taasisuun galma keenya- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Kantiibaa Adaanech lammiilee harka qalleeyyiif manneen gandaa 106 dabarsan

AMN PLUS- Mudde 4/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen kutaa magaalaa Lidataatti lammiilee humna hin qabneefi nama deeggaru hin qabneef manneen gandaa 106 dabarsan. Aadde Adaanech miidiyaa hawaasummaa isaaniin…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech lammiilee harka qalleeyyiif manneen gandaa 106 dabarsan

‎Uummata Gaazaa, dheebuu nagaarratti yaaddoon balaa lolaa dabalameef‎

‎AMN PLUS- Mudde 3/2018 ‎Waliigaltee nagaa Hamaasiifi Israa’el jidduutti mallatteeffameen uummatni Gaazaa gara dachee Paalastaayinitti deebi’anis yaaddoo biraa keessa galuu isaanii himame.‎‎Wixineen karoora nagaa osoo hojirra hin oolin bubbuluun isaa…

Continue Reading‎Uummata Gaazaa, dheebuu nagaarratti yaaddoon balaa lolaa dabalameef‎

Milkaa’inootni argaman mallattoo cichoomina hooggansaati – Biqilaa Hurrisaa (PhD)

AMN PLUS- Muddee 2 /2018 Hoggansii jijjiramaa yaada hara'aan karoorsee hojjetee hojjechiisuun waggotaa muraasa keessatti injifaannowwan gurguddaa galmeessisuu dandaa'eera jedhaan, Sadarkaa Miniistraatti Qindeessaan Giddugala Ijaarsa Sirna Dimokiraasii Biqilaa Hurrisa (PhD). Biyyi qabeenya…

Continue ReadingMilkaa’inootni argaman mallattoo cichoomina hooggansaati – Biqilaa Hurrisaa (PhD)

‎Hojjettuun sa’aatii hojii dursuun waajjira seentu maaliif hojiirraa ari’amte?

AMN PLUS- Mudde 2/2018 ‎Ispeenitti tibbana maal ta’e seetan? Hojjattuun osoo sa’aatiin hojii hin ga’in, waajjira seenti.  Itti gaafatamaan ishee ammoo, “sa’aatiinhoo hin geenye, maaliif yeroo seenuu qabdu dursitee waajjira…

Continue Reading‎Hojjettuun sa’aatii hojii dursuun waajjira seentu maaliif hojiirraa ari’amte?

Miidiyaan “BRICS Africa Channel” Kantiibaa Adaanech Abeebee irraa maal iyyaafate?

AMN PLUS- Mudde 2/2018 Miidiyaan “BRICS African Channel” misooma Magaalaa Fifinnee keessa deemuun kan daawwate hojiilee hojjetamaniifi jijjiirama kanaan namoota fayyadaman iyyaafateera. Bu’uuraalee misooma magaalatti keessatti hojjetameefi bu’aa jijjiiramni fide…

Continue ReadingMiidiyaan “BRICS Africa Channel” Kantiibaa Adaanech Abeebee irraa maal iyyaafate?