Waadaa Hojiin Itti Fufa- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Caamsaa 04/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen KutaaMagaalaaLidataatti, dirree Ispoortii ammayyaa eebbisuun tajaajilaaf banaa taasisan. Aadde Adaanech ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin "Ganama har'aa Kutaa Magaalaa Lidataa…

Continue ReadingWaadaa Hojiin Itti Fufa- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Pirezidaant Emaanu’eel Maakiroon Afrikaaf Invastimantii Yuuroo Biiliyoona 23 Ifa Taasisan

AMN PLUS - Caamsaa 04/2018 Pirezidaantiin Fraans Emaanu'eel Maakiroon biyyoota Afrikaa keessatti kan hojiirra oolu invastimantii Yuuroo biiliyoona 23 ifa taasisaniiru. Pirezidaantichi qabiyyee invastimantii kana kan beeksisan, waltajjii Foramii Fraans-Afriikaa…

Continue ReadingPirezidaant Emaanu’eel Maakiroon Afrikaaf Invastimantii Yuuroo Biiliyoona 23 Ifa Taasisan

Atileet Yebirguwaal Mallasaa du’aan addunyaa kana irraa boqotte

AMN PLUS – Caamsaa 04/2018 ‎Atileetii beekamtuun Yebirguwaal Mallasaa har’a ganama osoo shaakala irra jirtuu dhukkuba tasa ishee mudateen hospitaala geeffamtus lubbuun ishee baraaramuu hin dandeenye. ‎Atileetiin Itoophiyaa fageenyota garaagaraatiin…

Continue ReadingAtileet Yebirguwaal Mallasaa du’aan addunyaa kana irraa boqotte

Itoophiyaan Yaa’ii ‘Africa Forward’ irratti misooma Industirii Magariisaafi ce’umsa anniisaa irratti yaadota muuxannoo isheerraa maddan dhiyeessiteetti- MM Abiyyi Ahimad

AMN PLUS - Caamsaa 04/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Yaa’ii 'Africa Forward' Keeniyaa Naayiroobiitti taa'amaa jirurratti muxannoo qoodaniiru. Yaa’ii Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo fi Pireezidaantiin Fraans Imaanu'eel Maakiroon…

Continue ReadingItoophiyaan Yaa’ii ‘Africa Forward’ irratti misooma Industirii Magariisaafi ce’umsa anniisaa irratti yaadota muuxannoo isheerraa maddan dhiyeessiteetti- MM Abiyyi Ahimad

MM Abiyyi Ahimad Yaa’ii ‘Africa Forward’ irratti hirmaachuuf har’a Naayiroobii, Keeniyaa dhaqan

AMN PLUS- Caamsaa 04/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Yaa'ii 'Africa Forward' irratti hirmaachuuf Keeniyaa magaalaa Naayiroobii gahaniiru. Dooktar Abiyyi Ahimad Yaa’ii 'Africa Forward' irratti hirmaachuuf Keeniyaa magaalaa Naayiroobii…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Yaa’ii ‘Africa Forward’ irratti hirmaachuuf har’a Naayiroobii, Keeniyaa dhaqan

Ollaafi dugdaan lafaa ka’uun dhugaadha! Kan ollaa keenyaa; Miidiyaan Keeniyaa Bifa Haaraa Finfinnee 2026 akkamiin addunyaatti beeksise?

AMN PLUS - Caamsaa 03/2018 Gaazexessaan imalaa Keeniyaa “KNT Shows” miidhagina Finfinnee kan Magaalaa “Dubaay Afrikaa Bara 2026 taateetti” jechuun Daandiin Xiyyaaraa Itoophiyaa Afrikaa keessaa guddicha ta’uu kan ibsuu naannawa…

Continue ReadingOllaafi dugdaan lafaa ka’uun dhugaadha! Kan ollaa keenyaa; Miidiyaan Keeniyaa Bifa Haaraa Finfinnee 2026 akkamiin addunyaatti beeksise?

Jilli Angoolaa hojiilee misoomaa Magaalaa Finfinnee daawwate

AMN PLUS – Ebla 30/2018 ‎Jilli Angoolaa irraa dhufan hojiilee misooma Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti hojjetaman daawwataniiru. Jilichi pirojektii seeftiinetii fi hojii (UPSNP) daawwateera. Pirojektichi maallaqa Baankii addunyaafi mootummaa…

Continue ReadingJilli Angoolaa hojiilee misoomaa Magaalaa Finfinnee daawwate

Marii paanaalii sadarkaa olaanaa Rogeeyyii Miidiyaa Hawaasaa Afrikaan xiyyeeffannoo argachaa jiru

AMN PLUS - Ebla 30/2018 Yaa’iin dhiibbaa uumtoota miidiyaa hawaasaa Afrikaa kan jalqabaa (ASMIS 2026) har’a guyyaa lammaffaa isaa qabateera. Kaayyoon waltajjichaa bifa dhugaa Afrikaa addunyaatti beeksisuufi seenessa dijiitaalaa abbummaan…

Continue ReadingMarii paanaalii sadarkaa olaanaa Rogeeyyii Miidiyaa Hawaasaa Afrikaan xiyyeeffannoo argachaa jiru

Finfinneen waltajjiiwwan Ardiifi Addunyaalessaa gahumsaan keessummeessaa jiraachuun ibsame

AMN PLUS - Ebla 29/2018 Finfinneen waltajjiiwwan Ardiifi Addunyaalessaa gahumsaan keessummeessaa jiraachuu Biiroon Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalattii ibseera. Kilaasterri Kabachiisa Dambiifi Bulchiinsa Gaarii Magaalaa Finfinnee Raawwii Karoora Ji'oottan Salgan darbanii…

Continue ReadingFinfinneen waltajjiiwwan Ardiifi Addunyaalessaa gahumsaan keessummeessaa jiraachuun ibsame

Magaalaa waltajjii sagalee haaraa Afrikaa ta’aa jirtu – Finfinnee

AMN PLUS - Ebla 29/2018 Waggoota dheeraaf seenaa Afrikaa qaamolee birootiin faallaa dhugaa himamaa ture har’a garuu Afrikaanotni karaa miidiyaa dijitaalaan seenaa isaanii uummata addunyaatti agarsiisuuf Magaalaa Finfinneetti walitti qabamaniiru.…

Continue ReadingMagaalaa waltajjii sagalee haaraa Afrikaa ta’aa jirtu – Finfinnee