Eebbifamoo Abunee Maatiyaas ayyaana qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

AMN PLUS - Mudde 28/2018 Paatiriyaarikiin Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Eebbifamoo Abunee Maatiyaas ayyaana qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Guyyaan dhaloota Gooftaa fi fayyisaan addunyaa Iyyesuus Kiristoos guyyaa…

Continue ReadingEebbifamoo Abunee Maatiyaas ayyaana qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

Dhalachuun Iyyesuus Kiristoos bu’uura gammachuu hundaati- Eebbifamoo Kaardinaal Abunee Birhaana Iyyesuus

AMN PLUS - Mudde 28/2018 Hangafni Phaaphaasii Mana Amantaa Kiristaanaa Kaatoolikii Eebbifamoo Kaardinaal Abunee Birhaana Iyyesuus ayyaana qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Dhalachuun Iyyesuus Kiristoos bu’uura gammachuu hundaati kan…

Continue ReadingDhalachuun Iyyesuus Kiristoos bu’uura gammachuu hundaati- Eebbifamoo Kaardinaal Abunee Birhaana Iyyesuus

Garaagarummaa araaraan hiikuun nageenya waaraaf haa hojjennu- Luba Darajjee Jambaruu

AMN PLUS - Mudde 28/2018 Gamtaan Waldaalee Kiristaanaa Warra Wangeelaa Itoophiyaa Ayyaana Yaadannoo Dhaloota Iyyesuus sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarseera. Barreessaa Olaanaan Gamtichaa Lubni Darajjee Jambaruu Ayyaanicha ilaalchisee…

Continue ReadingGaraagarummaa araaraan hiikuun nageenya waaraaf haa hojjennu- Luba Darajjee Jambaruu

Yuuniversitiiwwan qaama jijjiiramaa tahuuf mootummaa irraa eyyama eeguu hin qaban – Obbo Geetaachoo Raddaa

AMN PLUS - Mudde 27/2018 Yuuniversitiiwwan Itoophiyaa qorannoo qofaa osoo hin taane qaama jijjiiramaa tahuuf mootummaa irraa eyyama eeguu hin qaban jedhan Gorsaan Dhimmota Baha Afriikaa Ministira Muummee, Obbo Geetaachoo…

Continue ReadingYuuniversitiiwwan qaama jijjiiramaa tahuuf mootummaa irraa eyyama eeguu hin qaban – Obbo Geetaachoo Raddaa

‎Mariitti amanuu, sirna barnootaafi hirmaannaa hayyootaa ilaalchisee MM Abiyyi Ahimad maal jedhan?

‎AMN PLUS- Mudde 28/2018 ‎Kabaja hundeeffama waggaa 75ffaa Yunivarsiitii Finfinnee sababeeffachuun marii hayyoota waliin kan taasisan Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) gaaffilee ka'aniif deebii kennaniiru. ‎Hirmaannaa hayyootaa guddina diinagdee teekinooloojiin…

Continue Reading‎Mariitti amanuu, sirna barnootaafi hirmaannaa hayyootaa ilaalchisee MM Abiyyi Ahimad maal jedhan?

“Dhalootni ammaa, kan abdiin irra kaa’amudha” Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Mudde 27/2018 ‎Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) dhalootni amma jiru sadarkaa yaada isaan ajaa'ibsiisaa tahuu kaasuun, "dhaloota abdiin irra kaa'amudha" jechuun ibsaniiru. ‎Dooktar Abiyyi tibbana Yunivarsiitii Finfinneetti…

Continue Reading“Dhalootni ammaa, kan abdiin irra kaa’amudha” Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

“AI carraa hojii namatti cufa jechuun kanneen sodaatan, ilaalcha dogoggoraa keessa jiru” – Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Mudde 27/2018 ‎"Yoo qophoofne, yoo hir'iba keenya dhiisne, yoo saffisne AI'n akkuma Gitaaraa, TV fi konkolaataa kan itti fayyadamnu taha" jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Hubannoo…

Continue Reading“AI carraa hojii namatti cufa jechuun kanneen sodaatan, ilaalcha dogoggoraa keessa jiru” – Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

Leenjistoota kubbaa miilaa Ingilaandi carraa Ruubeen Amoorim ofirratti eegan

AMN PLUS - Mudde 27/2018 Pirimeerliigiin Ingilaandi barri wal dorgommii 2025/26 marsaa 2ffaan boqonnaa xumuraa qabateera. Kilabootni liigichaa 20’n torbeewwan 20 dabarsaniin qabxiin galmeessan kilaboota muraasaaf gaarii tahuu malus irra…

Continue ReadingLeenjistoota kubbaa miilaa Ingilaandi carraa Ruubeen Amoorim ofirratti eegan

Boordichi hojmaata waraqaa irraa gara dijitaalaatti ce’uun isaa boqonnaa guddaa ta’uu ibsame

AMN PLUS- Mudde 27/2018 Boordiin Filannoo Biyyaaleessaa Itoophiyaa sirna galmee dijitaalaa filattootaa fi kaadhimamtootaa har’a hojii eegalchiiseera. Sirna galmee dijitaalaa filattootaa fi kaadhimamtootaa kana hojii eegalchiisuuf waggaa tokkoof walakkaa ol…

Continue ReadingBoordichi hojmaata waraqaa irraa gara dijitaalaatti ce’uun isaa boqonnaa guddaa ta’uu ibsame