Dhaabbileen Amantaa Dhaloota Naamusa Qabu Horachuun Ijaarsa Biyyaaf Hojjechuu Akka Qaban Ibsame

AMN PLUS - Bitootessa 02/2018 Waltajjiin marii Yaadama Mootummaa Ida'amuu Dhaabbilee Amantaaf Jedhu Kutaalee Magaalaa Finfinnee iddoowwan garaagaraatti gaggeeffameera. Qondaaltootni hojii mootummaa Magaalaa Finfinneefi hirmaattotni kan irratti argama waltajjii marii…

Continue ReadingDhaabbileen Amantaa Dhaloota Naamusa Qabu Horachuun Ijaarsa Biyyaaf Hojjechuu Akka Qaban Ibsame

Qaamoleen Odeeffannoo Dogoggoraafi Haasaa Jibbiinsaan Burjajjii Uuman Gocha Isaanirraa Of-Qusachuu Akka Qaban Ibsame

AMN PLUS - Bitootessa 02/2018 Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itoophiyaa Kaampaanii Meettaa (Meta) waliin ta’uun leenjii gaazexeessitoota miidiyaa dijiitaalaaf kenneen “yeroo filannootti odeeffannoowwan dogoggoraafi haasaawwan jibbiinsaa toora miidiyaalee hawaasaan akka hin…

Continue ReadingQaamoleen Odeeffannoo Dogoggoraafi Haasaa Jibbiinsaan Burjajjii Uuman Gocha Isaanirraa Of-Qusachuu Akka Qaban Ibsame

Ummanni Harargee Beekumsaafi Obsaan Fardeen Diidaa Waggoota 500 Oliif Kunuunsee Turse – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS - Bitootessa 01/2018 Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad daawwannaa hojii Harargee Bahaatti taasisan booda ibsa kennaniin, “Harargee Bahaa waan addaatu jira” jedhan. Dooktar Abiyyi daawwannaa Holqa Naasii’olitti…

Continue ReadingUmmanni Harargee Beekumsaafi Obsaan Fardeen Diidaa Waggoota 500 Oliif Kunuunsee Turse – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Badhaadhina Biyyaa Mirkaneessuun Nagaa Waaressuuf Tokkummaafi Walta’iinsi Dhaabbilee Amantaa Gumaacha Akka Qabu Ibsame

AMN PLUS - Bitootessa 01/2018 Waltajjiin Marii Abbootii Amantaalee Garaagaraa hirmaachise Magaalaa Finfinneetti Gaggeeffameera. Maricharratti kan argaman Sadarkaa Kantiibaa Itti Aanaatti Hogganaan Biiroo Maallaqaa Magaalaa Finfinnee Obbo Abdulqaadir Reeduwaan dhaabbileen…

Continue ReadingBadhaadhina Biyyaa Mirkaneessuun Nagaa Waaressuuf Tokkummaafi Walta’iinsi Dhaabbilee Amantaa Gumaacha Akka Qabu Ibsame

‘Google’ Afaan Oromoo Dabalatee Afaanota Biroo 13 Tajaajila Odeeffannoo Barbaaduu AI’tti Guddisuu Beeksise ‎

AMN PLUS- Bitootessa 01/2018 ‎'Google' Afaanota Afrikaa AI'n odeeffannoo barbaaadan Afaan Oromoo dabalatee gara 13’tti ol guddiseera. ‎Afaanota ‘google’ Hubannoo Nam-tolchee (AI) isaatti dabale Afaanota Itoophiyaa keessaa Afaan Oromoo, Afaan…

Continue Reading‘Google’ Afaan Oromoo Dabalatee Afaanota Biroo 13 Tajaajila Odeeffannoo Barbaaduu AI’tti Guddisuu Beeksise ‎

Itoophiyaafi Galaanni Diimaa Akka Saantima Tokko Fuula Lamaa Qabuuti – Jeneraal Yimar Mokonnin

‎AMN PLUS- Bitootessa 1/2018 Itoophiyaafi Galaanni diimaan adda bahanii kan ilaalamne akka saantima tokko fuula lama qabuuti jedhan Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaatti Itti Gaafatamaan Qajeelcha Olaanaa Barnootaafi Leenjii Jeneraal Yimar…

Continue ReadingItoophiyaafi Galaanni Diimaa Akka Saantima Tokko Fuula Lamaa Qabuuti – Jeneraal Yimar Mokonnin

Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Ijaarsa Pirojektoota Daandii Hojjetamaa Jiran Daawwatan

‎AMN PLUS – Guraandhala 30/2018 ‎Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee, ergaa fuula miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin adeemsa ijaarsa pirojektoota daandii magaalaa Finfinnee daawwachuun ibsaniiru. Daawwannaa isaaniin daandiiwwan Awutoobiis Taraa…

Continue ReadingKantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Ijaarsa Pirojektoota Daandii Hojjetamaa Jiran Daawwatan

Magaalota Finfinneefi Shaggar Keessatti Sararri Raabsaa Humna Ibsaa Irra Deebiin Ijaaramaa Jiraachuun Ibsame

‎AMN PLUS – Guraandhala 30/2018 ‎Magaalota Finfinneefi Magaalaa Shaggar keessatti dhiyeessii humna elektirikaa dhaqqabamaa taasisuuf pirojektii marsaa 4ffaa kan tahe sararri raabsaa humna ibsaa irra deebiin diriirfamaa jiraachuun ibsameera. ‎Pirojektichi…

Continue ReadingMagaalota Finfinneefi Shaggar Keessatti Sararri Raabsaa Humna Ibsaa Irra Deebiin Ijaaramaa Jiraachuun Ibsame

Guyyaa Jalqaba Hoggantootni Addabaaba’itti Bahuun Finfinnee Ilillii Fakkaattu Uumna Jedhan Akkam Godhanii Jechaa Turre – Jiraattota Finfinnee

AMN PLUS - Guraandhala 30/2018 Magaalaa Finfinneetti hojiin misooma magariisaa hojjatame kan duraanii irraa adda ta’uu irra darbee miidhaginaafi hawwatummaa magaalattii kan dabale ta’uu jiraattotni tokko tokko dubbataniiru. Jiraataan Magaalaa…

Continue ReadingGuyyaa Jalqaba Hoggantootni Addabaaba’itti Bahuun Finfinnee Ilillii Fakkaattu Uumna Jedhan Akkam Godhanii Jechaa Turre – Jiraattota Finfinnee

Paartiileen Yaada Siyaasaa Garaagaraa Hordofan Sadii AMN PLUS Irratti Wal-Falmii Yaadaa Taasisan

AMN PLUS - Guraandhala 30/2018 Seenaa Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa Hanga Ammaatti Gaggeeffame Keessatti Roga Maraan Boqonnaa Haaraa Galmeessaan Kan Eegamu Filannoon Marsaa 7ffaa Adeeemsifamuuf Umrii Guyyoota 90 Hin Guutneetu Hafa.…

Continue ReadingPaartiileen Yaada Siyaasaa Garaagaraa Hordofan Sadii AMN PLUS Irratti Wal-Falmii Yaadaa Taasisan