Nama Qabna! Nama Fakkii Kaasu! Har’a Lubbuun Dhibus, Ashaaraa Jiraatu – Artiisti Looreet Lammaa Guyyaa

‎AMN PLUS - Bitootessa 2/2018 ‎Nama keessa namni jira. Tokko miila qajeela. Inni biroo ammoo harka qajeela. Warreen kaan sammuun qaramuun Addunyaaf qoricha tahuun barbaadamu. Oromoon Nama Qaba! Nama Fakkii…

Continue ReadingNama Qabna! Nama Fakkii Kaasu! Har’a Lubbuun Dhibus, Ashaaraa Jiraatu – Artiisti Looreet Lammaa Guyyaa

Boba’aan Tilamaama Gatii Kaa’ameef Oliin Gabaarra Oolaa Jira – Ministeera Maallaqaa

AMN PLUS - Bitootessa 02/2018 Qaamoleen garaagaraa sababa hin jirre uumuun boba’aan tilamaama gatii kaa’ameef oliin gabaarra Oolchaa jiraachuu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee ibsan. Obbo Ahimad Shidee bittaafi…

Continue ReadingBoba’aan Tilamaama Gatii Kaa’ameef Oliin Gabaarra Oolaa Jira – Ministeera Maallaqaa

Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan yeroo shan shan wal injifachuun yeroo shan ammoo mee turi dubbiin haa bultuu jedhan; RM vs Siitii

AMN PLUS – Bitootessa 02/2018 Galgala si’oominaan eegamu tapha mo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan kilabootni 8 beellama wal-biraa qabu. Arseenaal kilabni waltajjii tapha Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara kanaatiin tapha tokkollee…

Continue ReadingShaampiyoonsi Liigii Awurooppaan yeroo shan shan wal injifachuun yeroo shan ammoo mee turi dubbiin haa bultuu jedhan; RM vs Siitii

Kantiibaa Adaanech Abeebee Lammiilee Harka Qalleeyyiif Mana Jireenyaa Dabarsan

AMN Plus - Bitootessa 02/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee manneen jireenyaa naannawwaa Saarbeetiitti ijaaraman Lammiilee Harka qalleeyyii lakkoofsaan 70'f dabarsanii kennan. Bulchiinsi magaalaa Finfinnee hojiiwwan misoomaa nama irratti…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee Lammiilee Harka Qalleeyyiif Mana Jireenyaa Dabarsan

Dhaabbileen Amantaa Ijaarsa Biyyaa Keessatti Gahee Olaanaa Ba’ataniiru – Obbo Jaanxiraar Abbaay

AMN PLUS - Bitootessa 02/2018 Dhaabbileen Amantaa ijaarsa biyyaa keessatti gahee olaanaa kan ba’atan ta’uu Kantiibaan Itti Aanaa fi Hogganaan Biiroo Misooma Indaastirii Magaalaa Finfinnee Obbo Jaanxiraar Abbaay ibsan. Biiroon…

Continue ReadingDhaabbileen Amantaa Ijaarsa Biyyaa Keessatti Gahee Olaanaa Ba’ataniiru – Obbo Jaanxiraar Abbaay

Waggoota torba darban namoota humna hin qabneef manneen jireenyaa kuma 45 caalan dabarfamaniiru – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN Plus - Bitootessa 02/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee hojiin Magaalattii fakkeenya badhaadhinaa taasisuun jiraattotaaf haala mijataa uumuu saffisaafi qulqullinaan itti fufuu ibsaniiru. Kantiibaa Adaanech har’a Kutaa Magaalaa…

Continue ReadingWaggoota torba darban namoota humna hin qabneef manneen jireenyaa kuma 45 caalan dabarfamaniiru – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Dhaabbileen amantaa ijaarsa biyyaafi dhaloota naamusaan qaruu keessatti qooda olaanaa qabu – Jamaaluu Jambar (PhD)

AMN PLUS – Bitootessa 02/2018 Yaadama Mootummaa Ida'amuu Dhaabbilee Amantaaf mata duree jedhuun Abbootii Amantaa Islaamaa waliin Kutaa Magaalaa Gullalleetti Mariin taasifameera. Maricharratti kan argaman Sadarkaa Kantiibaa Itti Aanaatti Hoogganaan…

Continue ReadingDhaabbileen amantaa ijaarsa biyyaafi dhaloota naamusaan qaruu keessatti qooda olaanaa qabu – Jamaaluu Jambar (PhD)

Kantiibaa Adaanech Abeebeen ijaarsa gamoo mannee jireenyaa abbaa darbii 8’f dhagaa bu’uuraa kaa’an

AMN PLUS- Bitootessa 02/2018 Manneen dulloomoo kana dura turan kaasuun ijaarsa gamoowwan abbaa darbii 8'f dhagaa bu'uuraa kaa'uu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen himan. Kantiibaa Adaanech miidiyaa hawaasummaa isaaniin…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen ijaarsa gamoo mannee jireenyaa abbaa darbii 8’f dhagaa bu’uuraa kaa’an

Tajaajila Geejjibaa Magaalaa Finfinnee Teeknoloojiin Ammayyeessuu Hojjetamaa jira- Biiroo Geejjibaa Finfinnee

AMN PLUS - Bitootessa 02/2018 Biiroon Geejjibaa Magaalaa Finfinnee tajaajila geejjibaa magaalaa haala itti fufiinsa qabuun ammayyeessuuf hanqinoota gama bu’uuraalee misoomaatiin mul’atan guutuuf hojiiwwan riifoormii bal’aa hojjechaa jiraachuu beeksise. Biirichi…

Continue ReadingTajaajila Geejjibaa Magaalaa Finfinnee Teeknoloojiin Ammayyeessuu Hojjetamaa jira- Biiroo Geejjibaa Finfinnee