“Harka arjumma Itoophiyaanotaan eega” Pirezidaant Taayyee Atsqasillaasee
AMN PLUS- Bitootessa 06/ 2018 Sagantaan galii walitti qabuu Giddugala gargaarsa 'Meqedooniyaa' bakka Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsqasillaaseen argamanitti gaggeeffamaa jira. Pirezidaanti Taayyeen sagantaa kana irratti balaa naannoo Kibba Itoophiyaa godina…