Tiitookarri ergaawwan aadaafi safuu ummataan ala ta’e tamsaasaa ture to’atame

AMN PLUS - Mudde 15/2018 Miidiyaalee hawaasaa Tiiktookiifi Yuutiyuubiidhaan ergaawwan aadaafi safuu ummataan ala ta'e tamsaasaa kan ture Naatinaa'eel Baaddeg Gabree to'annoo seeraa jala oolfamuu Qajeelchi Poolisii Finfinnee beeksise. Maqaa…

Continue ReadingTiitookarri ergaawwan aadaafi safuu ummataan ala ta’e tamsaasaa ture to’atame

MM Abiyyi Ahimad (PhD) Ayyaana Bara Haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii hawaasa addunyaatif dabarsan

AMN PLUS- Mudde 16/2018 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Ayyaana Dhalachuu Iyyesuusiifi Bara Haaraa Faranjootaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii hawaasa addunyaatif dabarsaniiru. Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ergaa miidiyaa hawaasaa…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) Ayyaana Bara Haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii hawaasa addunyaatif dabarsan

Shirri Kaleessaa Itoophiyaatti Ulaa cufe, tokkummaa lammiilee biyyattiin deebii ni argata- Hayyoota Yunivarsiitii Naannoo Oromiyaa

AMN PLUS- Mudde 15/2018 “Gaaffiin Ulaa Galaanaa Itoophiyaa deebii akka argatuuf hayyootni qooda isaanii gumaachuu qabu” jedhan Hayyoonni Yunivarsiitii Naannoo Oromiyaa. “Shirri Kaleessaa Itoophiyaatti Ulaa cufe, tokkummaa lammiilee biyyattiin deebii…

Continue ReadingShirri Kaleessaa Itoophiyaatti Ulaa cufe, tokkummaa lammiilee biyyattiin deebii ni argata- Hayyoota Yunivarsiitii Naannoo Oromiyaa

Naannoo Tigiraayitti buqqaatoota buufata yeroo Hitsatsiitti argamaniif deeggersi taasifamaa jiraachuu ibsame

‎AMN PLUS- Mudde 15/2018 ‎Deeggarsa namoomaa buqqaatoota Naannoo Tigraayi Godina Lixa Tigraay aanaa Asgadaa buufata turtii yeroo Hitsatsii keessatti argamaniif dhiyaachaa jiru ilaalchisee ibsi kennameera. ‎Mootummaan lammiilee bakka turtii yeroo…

Continue ReadingNaannoo Tigiraayitti buqqaatoota buufata yeroo Hitsatsiitti argamaniif deeggersi taasifamaa jiraachuu ibsame

Garee biyyaalessaa jabaa qabaachuuf dursa Akkaadaamii irratti hojjetamuu qaba- Doktar Ashabbir

AMN PLUS- Mudde 15/2018 Itoophiyaa Olompikii Guddattootaa 5ffaaf ammuma irraa qophii taasisuu akka qabdu Pirezidaantiin Koree Olompikii Itoophiyaa Doktar Ashabbir W/Goorgis himan. Koreen Olompikii Itoophiyaa Tapha Olompikii Guddattootaa Afrikaa 4ffaa…

Continue ReadingGaree biyyaalessaa jabaa qabaachuuf dursa Akkaadaamii irratti hojjetamuu qaba- Doktar Ashabbir

“Akka yaaddofne miti, wanti hundi faallaadha” – Jiraattota Misoommaaf Bakki Jijjiirameef

AMN PLUS- Mudde 15/2018 Magaalaa Finfinneetti misoomaaf jiraattonni bakka jireenyaa jijjiirratan, manneen jireenyaa qofa osoo hin taane carraan hojii uumameefi hojiiwwan adda addaa irratti boba'anii akka jiran ibsaniiru. ‎Isaanis carraa…

Continue Reading“Akka yaaddofne miti, wanti hundi faallaadha” – Jiraattota Misoommaaf Bakki Jijjiirameef

Dhaabbanni Diimokiraatawaa Galaana Diimaa Affaar dhiittaa mirga namoomaa mootummaan Eertiraa raawwatu balaaleffate

AMN PLUS-Mudde 15/2018 Dhaabbanni Diimokiraatawaa Galaana Diimaa Affaar, dhiittaa mirga namoomaa bal’inaan Mootummaan Eertiraa uummata Affaar qarqara Galaana Diimaa jiraaturratti raawwachaa jiru ilaalchisee miidiyaaleef ibsa kenneera. Ibsicha kan kennan Dura…

Continue ReadingDhaabbanni Diimokiraatawaa Galaana Diimaa Affaar dhiittaa mirga namoomaa mootummaan Eertiraa raawwatu balaaleffate

Hoggansa fageessee yaaduun jijjiirama Itoophiyaa galmeessaa jirra- Biqilaa Hurrisaa (PhD)

AMN PLUS-Mudde 15/2018‎‎Iccitiin jijjiirama biyya Itoophiyaa inni guddaan hoggansa fageessee yaadu qabaachuu akka ta’e, Sadarkaa Ministiraatti Qindeessaan Ijaarsa Sirna Dimokraasii Biqilaa Hurrisaa(PhD) ibsaniiru.‎‎Turtii Qophii Addaa AMN PLUS waliin taasisaniin, hoggansi…

Continue ReadingHoggansa fageessee yaaduun jijjiirama Itoophiyaa galmeessaa jirra- Biqilaa Hurrisaa (PhD)

Appilikeeshiniin bilbilaa Kitaabota Ida’amuu maal of keessaa qaba?

AMN PLUS- Mudde 15/2018 Sirna jalqabsiisa Appilikeeshinii Bilbilaa Kitaabota Ida’amuu kaleessa bakka Itti gaafatamtuun Seekireetariyaatii Billanee Siyyum fi gabaastotni Waajjira Ministira Muummee argamanitti adeemsifameera. Billanee Siyyum sagantaa kana irratti Kitaabotni…

Continue ReadingAppilikeeshiniin bilbilaa Kitaabota Ida’amuu maal of keessaa qaba?

Abbaan Taayitichaa sagantaa bulchiinsa qabeenya ammayyaa “STOCK AMIS” jalqabsiise

AMN PLUS- Mudde 14/2018 Magaalaa Finfinneetti Abbaa Taayitaa Bulchiinsa Qabeenya Mootummaa qisaasa’ama qabeenyaa hambisuuf sagantaan onlaayinii faayidaa guddaa akka qabu beeksise. Magaalaa Finfinneetti qabeenya mootummaa qisaasamuurraa ittisuun faayidaa yaadameef qofa…

Continue ReadingAbbaan Taayitichaa sagantaa bulchiinsa qabeenya ammayyaa “STOCK AMIS” jalqabsiise