Itoophiyaa fi Beelaaruus damee loltummaan waloon hojjechuuf waliigalan

AMN PLUS - Amajjii 14/2018 Itoophiyaa fi Beelaaruus damee loltummaan sanada waliigaltee waloon hojjechuuf isaan dandeesisu mallatteessan. Waliigalticha Ministirri Ittisaa Injiinar Ayishaa Mohaammad fi Ministirri Ittisaa Beelaarus Diimitirii Paantas mallatteessaniiru.…

Continue ReadingItoophiyaa fi Beelaaruus damee loltummaan waloon hojjechuuf waliigalan

Pirezidaantiin Mana Maree Ispoortii Loltummaa Addunyaa fi Pirezidaantiin Ispoortii Loltummaa Afrikaa Istaadiyeemii Adey Ababaa daawwatan

AMN PLUS-Amajjii 14/2018 Pirezidaantiin Mana Maree Ispoortii Lultummaa Addunyaa (CISM) Koloneel Niltoon Gomeez Roliim Filhoo, Pirezidaantiin Ispoortii Loltummaa Afrikaa Mejer Jeneraal Makiyaanoo Abdullaahii, akkasumas Barreessaa Olaanaan Mana Maree Ispoortii Waraanaa…

Continue ReadingPirezidaantiin Mana Maree Ispoortii Loltummaa Addunyaa fi Pirezidaantiin Ispoortii Loltummaa Afrikaa Istaadiyeemii Adey Ababaa daawwatan

Finfinneen obboloota keenya Afriikaaf fakkeenya ta’uushee irra deebiin mirkaneessiteetti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Amajjii 14/2018 Finfinneen Kantiibota magaalota Afriikaa garagaraafi naannolee irraa dhufaniif muuxannoo qooduu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen himan. Kantiibaa Adaanech miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, "Finfinneen dirqama…

Continue ReadingFinfinneen obboloota keenya Afriikaaf fakkeenya ta’uushee irra deebiin mirkaneessiteetti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Dhaabbileen diinagdee sirnaan lakkaa’amuun guddina biyyaatiif murteessaadha-Tajaajila Istaatistiksi Magaalaa Finfinnee

AMN PLUS- Amajjii 14/2018 Odeeffannoo Dhaabbilee Diinagdee sirnaan lakkaa'anii beekuun guddina biyyaaf murteessaa akka ta’e Tajaajilli Istaatistiksii Magaalaa Finfinnee beeksise. Tajaajilichi leenjifamtoota dhaabbilee Diinagdee lakkaa'an marsaa 2ffaan leenjisuu jalqabeera. Tajaajila…

Continue ReadingDhaabbileen diinagdee sirnaan lakkaa’amuun guddina biyyaatiif murteessaadha-Tajaajila Istaatistiksi Magaalaa Finfinnee

Magaalota Gurguddoo Afriikaa 6 keessaa 1ffaa kan baate, Finfinnee

AMN PLUS – Amajjii 14/2018 Qorannoo fayyadamaafi bulchiinsa Faayinaansiitiin Finfinneen magaalota gurguddoo Afriikaa 6 keessaa 1ffaa taateetti. Qorannoo kana eenyutu geggeesse, maaliin fooyyoftee argamte? - Qorannicha Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Komishiniin…

Continue ReadingMagaalota Gurguddoo Afriikaa 6 keessaa 1ffaa kan baate, Finfinnee

Itoophiyaan biyyoota BRICS sadii waliin yakkamtoota dabarstee walii kennuuf waliigalteen mallatteessite ragga’e

‎AMN PLUS – Amajjii 14 / 2018 ‎Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa, Itoophiyaan Chaayinaa, Biraazil fi Afrikaa Kibbaa waliin namoota yakkaan barbaadaman dabarsanii kennuu fi murtoo hidhaa dabarsuuf waliigaltee taasifte…

Continue ReadingItoophiyaan biyyoota BRICS sadii waliin yakkamtoota dabarstee walii kennuuf waliigalteen mallatteessite ragga’e

Finfinneen Foramii Magaalota Addunyaa irratti muuxannooshee dhiyeessuufi

AMN PLUS- Amajjii 13/2018 Fooramii Magaalota Addunyaa Azarbaajaan Magaalaa Baakuutti qophaa'urratti Finfinneen muuxannooshee haalota itti dhiyeessitu irratti Ambaasaaddara Azarbaajaan waliin mari'achuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen himan. Aadde Adaanech…

Continue ReadingFinfinneen Foramii Magaalota Addunyaa irratti muuxannooshee dhiyeessuufi

Finfinneen Waancaa Afriikaa fi Yaa’ii COP-32 gahumsaan keessummeessuuf haalota dandeessisan qorachuun mirkaneessite

AMN PLUS- Amajjii 12/2018 Boordiin Pilaanii Magaalaa Finfinnee qorannoo dorgomtummaa magaalattiin sadarkaa idil-addunyaatti qabdu guddisuu dandeessisu irratti mari'atee mirkaneessuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen himan. Aadde Adaanech Abeebeen midiyaa…

Continue ReadingFinfinneen Waancaa Afriikaa fi Yaa’ii COP-32 gahumsaan keessummeessuuf haalota dandeessisan qorachuun mirkaneessite