Ayyaana Iid Al-Faxirii sababeeffachuun Giddugaloota Soorataa 28’tti maaddii qoodneerra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Bitootessa 11/2018 Ayyaana Iid Al-Faxirii sababeeffachuun kutaalee magaalaa hunda keessatti Giddugaloota Soorataa Tasfaa Birhaan 28'tti lammiilee harka qalleeyyiifi qaama miidhamtootaaf maaddii qooduu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee…

Continue ReadingAyyaana Iid Al-Faxirii sababeeffachuun Giddugaloota Soorataa 28’tti maaddii qoodneerra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Baga Ayyaana Iid Al-Faxirii Waggaa 1447ffaa Ittiin Isin Gahe! Ofii Biyyootni Guutuu Addunyaa Ayyaanicha Akkamiin Kabaju? AMN Dijitaal Irra Marseera.

AMN PLUS - Bitootessa 11/2018 Ayyaanni Iid Al-Faxirii waggaa 1447ffaa Addunyaa guutuu keessatti hordoftoota amantaa Islaamaatiin akkaataa duudhaa amantichaatti sirna ho'aan kabajama. Hordoftoonni amantaa Islaamaa Ramadaana keessa soomaa fi kadhannaa…

Continue ReadingBaga Ayyaana Iid Al-Faxirii Waggaa 1447ffaa Ittiin Isin Gahe! Ofii Biyyootni Guutuu Addunyaa Ayyaanicha Akkamiin Kabaju? AMN Dijitaal Irra Marseera.

Namootni 600 Caalan Karaa Seeraan Alaa Boba’aa Daddabarsan To’atamuu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawwaa Ibse

AMN PLUS - Bitootessa 12/2018 Yakkoota dhiyeessii boba’aa irratti raawwataman irratti tarkaanfiin fudhatamu cimee akka itti fufu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawwaa beeksise. Al-seerummaa adeemsa raabsaafi gabaa boba’aa keessatti mul’atan…

Continue ReadingNamootni 600 Caalan Karaa Seeraan Alaa Boba’aa Daddabarsan To’atamuu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawwaa Ibse

Ogeeyyiin Miidiyaa Haala Qabatamaa Addunyaa Waliin Tarkaanfachuun Faayidaa Biyyoolessaa Itoophiyaa Kabachiisuu Qabu – Amb. Reeduwaan Huseen

AMN PLUS - Bitootessa 12/2018 Ogeeyyiin Miidiyaa biyya keenya haala qabatamaa Addunyaan keessa jirtu waliin of gahoomsuun faayidaa biyyoolessaa Itoophiyaa kabachiisuuf jabaatanii hojjachuu qabu jedhan Daayireektarri Olaanaa Tajaajila Nageenya Odeeffannoo…

Continue ReadingOgeeyyiin Miidiyaa Haala Qabatamaa Addunyaa Waliin Tarkaanfachuun Faayidaa Biyyoolessaa Itoophiyaa Kabachiisuu Qabu – Amb. Reeduwaan Huseen

Warra lubbuun jiruu gaditti; warra du’een olittiin jiraachaa ture – Aadde Hawwaa Shariif

AMN PLUS - Bitootessa 12/2018 Aadde Hawwaa Shariif jiraattuu magaalaa Finfinneeti. Isaan Kutaa Magaalaa Lidataa naannawwaa Saarbeetii/Calcalii mana gandaa xiqqoo jireenyaaf hin mijanne keessa maatii 5 tahan waggoota dheeraaf jiraachaa…

Continue ReadingWarra lubbuun jiruu gaditti; warra du’een olittiin jiraachaa ture – Aadde Hawwaa Shariif

Misoomni Finfinnnee biyyoota Baha Afrikaaf fakkeenyaafi barumsa ta’a – Miseensota Paarlaamaa Ugaandaa

AMN PLUS - Bitootessa 12/2018 Miseensotni Paarlaamaa Ugaandaa hojiilee misooma Koriidariifi qarqara laggeenii Finfinneetti hojjataman daawwataniiru. Miseensotni paarlaamaa Ugaandaa sadii misooma Finfinneen gama maraan galmeessisaa jirtu daawwachuun muuxannoo gaarii gara…

Continue ReadingMisoomni Finfinnnee biyyoota Baha Afrikaaf fakkeenyaafi barumsa ta’a – Miseensota Paarlaamaa Ugaandaa

Lammiileen gaggeessaa isaanii filachuuf kaardii filannoo fudhachuun itti gaafatamummaa isaanii bahachuu qabu- Afa-Yaa’ii Aganyahu Tashaagar

AMN PLUS- Bitootessa 12/2018 Afa-Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Itoophiyaa Obbo Aganyahu Tashaagar Lammiileen gaggeessaa isaanii filachuuf kaardii filannoo fudhachuun itti gaafatamummaa isaanii bahachuu kan qaban ta’uu ibsan. Obbo Aganyahu Tashaagariifi…

Continue ReadingLammiileen gaggeessaa isaanii filachuuf kaardii filannoo fudhachuun itti gaafatamummaa isaanii bahachuu qabu- Afa-Yaa’ii Aganyahu Tashaagar

Dubartiin faaya Warqee Birrii Miliyoona tokko ol baasu fudhatte miliqxe to’atamte

AMN PLUS - Bitootessa 12/2018 Shakkamtuu dhuunfaa maqaan ishee Maskaram Zawuduu jedhamu faaya Warqee garaagaraa Birrii Miliyoona 1 caalu baasu fudhatte miliqxe turtii sa'atii 24 hin guunne keessatti to'achuu Poolisiin…

Continue ReadingDubartiin faaya Warqee Birrii Miliyoona tokko ol baasu fudhatte miliqxe to’atamte

Wal haleellaa cimaa, dhimma Waancaaf falmachuu Arseenaal vs Siitii, galgala sa’atii 1:30 irraa eegalu

AMN PLUS - Bitootessa 13/2018 Arteettaafi Gaardiyolaan barataafi barsiisaa turan. Lammiileen Ispeen kunniin lameen sirriitti quba wal qabu. Dubbii hin haalamne baay'een kan dhugaa bahan Arteettaa keessatti Peep daawwachuun baratamaa…

Continue ReadingWal haleellaa cimaa, dhimma Waancaaf falmachuu Arseenaal vs Siitii, galgala sa’atii 1:30 irraa eegalu