Finfinneen magaalaa guddoodhaan olidha- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS- Bitootessa 22/2018 Ergaa Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) dhimma magaalaa Finfinneefi Magaalummaa irratti dabarsan ========================== Magaalaa sochii si'ataarra jirtu, kan egeree Itoophiyaatiif balbala seensaa taaatedha. Finfinneen wiirtuu…

Continue ReadingFinfinneen magaalaa guddoodhaan olidha- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Marii Iftoomina Qabu Hoggantoota Magaalaa Keenyaa Waliin Taasifneerra – Kantiibaa Adaanech

AMN PLUS - Bitootessa 19/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee hogantoota magaalattii Giddugalessaa irraa hamma Aanaatti jiran waliin marii bal'aafi iftoomina qabu gaggeessuu ibsaniiru. Kanaanis, dhaabbilee amantaa waliin marii…

Continue ReadingMarii Iftoomina Qabu Hoggantoota Magaalaa Keenyaa Waliin Taasifneerra – Kantiibaa Adaanech

Kilaba Qidduus Giyoorgis diigamurra gahe baraaruuf Birrii Miiliyoona 100 deeggarsa taasifneerra – Kantiibaa Adaanech

AMN PLUS - Bitootessa 19/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee kilaba seenaa bara dheeraa qabu Qidduus Giyoorgis kan sadarkaa diigamurra gahe baraaruuf qaamolee garaagaraa qindeessuun deeggarsa Birrii Miliyoona 100…

Continue ReadingKilaba Qidduus Giyoorgis diigamurra gahe baraaruuf Birrii Miiliyoona 100 deeggarsa taasifneerra – Kantiibaa Adaanech

Dur Finfinnee keessaa gochootni hannaa hedduminaan eessatti akka raawwataman beektuu? Har’a garuu fala argachuu dhageenye!

AMN PLUS - Bitootessa 20/2018 Carraalee hedduu misoomni koriidarii Finfinneef fidee dhufe keessaa tokko tajaajila teerminaalota geejjibaa bakkeewwan garaagaraatti ijaaramuun tajaajila kennaa jiranidha. Teerminaalotni geejjibaa magaalatti bakkeewwan garaagaraatti sadarkaa isaanii…

Continue ReadingDur Finfinnee keessaa gochootni hannaa hedduminaan eessatti akka raawwataman beektuu? Har’a garuu fala argachuu dhageenye!

Kaleessa Balfati Itti Gatama, Hara Lafa Beellamaafi Bashannanaati – Qacanee/Doobbii

AMN PLUS - Bitootessa 20/2018 Moggaasa maqaa ganamaan (Doobbii) Qacaneefi naannawwaan ishee har'a guutummaan guutuutti jijjiirameera. Kana dura bakka balfi itti gatamu tahuun ala tajaajila biroof kan hin oolle Qacaneen…

Continue ReadingKaleessa Balfati Itti Gatama, Hara Lafa Beellamaafi Bashannanaati – Qacanee/Doobbii

Finfinneetti ibsa daandii cinaa fooyyessuufi kaameraa nageenyaa dhaabuun yakka raawwatamaa ture hir’isuun ibsame

AMN PLUS - Bitootessa 20/2018 Finfinneetti ibsaan daandii cinaa fooyyeffamuun tajaajila akka kennu taasifamuufi kaameraa nageenyaa bifa qindaa'aan bakka garaagaraa dhaabuun yakkoota duraan magaalattiitti raawwatamaa turan haalaan hir'isuu danda'uu humni…

Continue ReadingFinfinneetti ibsa daandii cinaa fooyyessuufi kaameraa nageenyaa dhaabuun yakka raawwatamaa ture hir’isuun ibsame

Mootummaan Ispoortii Aadaa akka qaama turizimiitti irratti hojjetaa jira-Obbo Makkiyyuu Mahaammad

AMN PLUS-Bitootessa 20/2018 Feestivaalli Ispoortii Aadaa Biyyaalessaa 23ffaan sirna baniinsa isaa irratti keessummoota Federeeshinii Ispoortii Aadaa Afrikaa hirmaachiise Magaalaa Harariitti eegaleera. Saganticharratti ergaa kan dabarsan Deetaan Ministira Aadaafi Ispoortii Obbo…

Continue ReadingMootummaan Ispoortii Aadaa akka qaama turizimiitti irratti hojjetaa jira-Obbo Makkiyyuu Mahaammad

Ayyaana jibbiinsi itti lagatamuufi jaalalli itti lallabamu – Fichee Cambalaalaa

AMN PLUS - Bitootessa 20/2018 Ayyaanni Jijjiirraa bara haaraa saba Sidaamaa Fichee Cambalaalaa mana saboota, sablammootaafi uummattoota Itoophiyaa kan taate Finfinneetti sirnoota garaagaraan kabajameera. Keessummoota kabaja sirnichaaf gara magaalattii dhufan…

Continue ReadingAyyaana jibbiinsi itti lagatamuufi jaalalli itti lallabamu – Fichee Cambalaalaa

Ulaan Hoormuz cufamuun guddina dinagdee Addunyaa miidhaa jira – Hayyuu Saayinsii Dinagdee Mariid Tulluu

AMN PLUS - Bitootessa 20/2018 Ulaan boba’aan Addunyaa dhibbantaa 20 ol keessa darbu sababa waraana baha jiddu galeessaatti eegalameen cufamuun Dinagdee addunyaa dhibbantaa 3.2 guddataan eegamu gara dhibbantaa 1.89'tti gad…

Continue ReadingUlaan Hoormuz cufamuun guddina dinagdee Addunyaa miidhaa jira – Hayyuu Saayinsii Dinagdee Mariid Tulluu

Gurraachi Ameerikaa Raappeeriin beekamaa DDG Yaadannoo Injifannoo Adawaa daawwate

AMN PLUS - Bitootessa 17/2018 Moggaasa maqaa DDG jedhamuun kan beekamu raappeeriifi yuutubeerri akka Idil Addunyaatti maqaa qabu Gurraachi Ameerikaa Dariil Diweeyin Giraanber Yaadannoo Injifannoo Adawaa daawwateera. Daawwannaa taasiseen hambaalee…

Continue ReadingGurraachi Ameerikaa Raappeeriin beekamaa DDG Yaadannoo Injifannoo Adawaa daawwate