Finfinneetti tajaajila yeroon barbaadu jiraattotaaf kennuuf xiyyeeffoo olaanaadhaan hojjetamaa jira- Dr Jamaaluu Jambar

AMN Plus-Mudde 07, 2018 Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Kenna tajaajilaa ammayyeessuun rakkoo kenna tajaajilaa hundeerraa furuuf xiyyeeffoon hojjechaa jiraachuu, Sadarkaa Kantiibaa Itti aanaatti,Hoggannaan Biiroo Paabilik Seervisiifi Misooma Humna Namaa Magaalaa Finfinnee…

Continue ReadingFinfinneetti tajaajila yeroon barbaadu jiraattotaaf kennuuf xiyyeeffoo olaanaadhaan hojjetamaa jira- Dr Jamaaluu Jambar

AMN Sagalee Dhalootaa ta’uu qabatamaan agarsiisaa jira- Obbo Haaftaay G/Igzaaber

AMN PLUS- Mudde 7/2018 AMN Sagalee Dhalootaa ta'uu qabatamaan agarsiisaa jira jedhan hoogganaan biiroo komunikeeshiinii Magaalaa Finfinnee Obbo Haaftaay G/Igzaaber. Addis Miidiyaa Netwoorkifi Biiroon Komunikeeshinii Magaalaa Finfinnee Sagantaa Waarkaa dabalatee…

Continue ReadingAMN Sagalee Dhalootaa ta’uu qabatamaan agarsiisaa jira- Obbo Haaftaay G/Igzaaber

Finfinneen daldala ‘Online’n gaggeeffamu gara sirna Gibiraatti galchuufi

‎AMN PLUS – Mudde 7/2018 ‎Biiroon Galiiwwanii Magaalaa Finfinnee bittaaf gurgurtaa onlaayiniin gaggeeffamu gara sirna gibiraatti galchuuf xiyyeeffannaan hojjechaa akka jiru hime. Daayirektarri Kominikeeshinii Biiroo Galiiwwanii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Obbo…

Continue ReadingFinfinneen daldala ‘Online’n gaggeeffamu gara sirna Gibiraatti galchuufi

Yaada Moo’ataa qabatanii dhiyaachuun, faayidaa biyyaalessaaf waloon hojjachuun murteessaadha- Obbo Mogas Baalchaa

AMN PLUS – Mudde 7/2018 Waltajjiin Marii Dargaggoota Magaalaa Finfiinnee hirmaachise mata duree "Aadaan Dimokraasii Cimaan Ijaarsa Biyyaaf Utubaadha” jedhuun adeemsifamaa jira. Itti Gaafataan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee…

Continue ReadingYaada Moo’ataa qabatanii dhiyaachuun, faayidaa biyyaalessaaf waloon hojjachuun murteessaadha- Obbo Mogas Baalchaa

Eyyemni dhaabbilee tapha ispoortii (Betting) hundi faayidaa uummataaf jecha haqamuun ibsame

AMN PLUS- Mudde 6/2018 Tajaajilli Lootarii Itoophiyaa eyyama Dhaabbilee Beetingii Ispoortii hundumaa haquu beeksise. Eyyemni dhaabbilee beetingii ispoortii, taphoota garaa garaa intarneetiin taphachiisan kunneen akka haqamu kan murtaa’eef taphaafi dame…

Continue ReadingEyyemni dhaabbilee tapha ispoortii (Betting) hundi faayidaa uummataaf jecha haqamuun ibsame

Naannoo Tigraayitti filannoon haqa qabeessi yoo geggeeffame rakkoon ummataa furama- Paartiin ‘Shuum Tambeen’

AMN PLUS- Muddee 6 /2018 ‎Paartiin siyaasaa 'Shuum Tambeen' yaa’ii dhaabbattumnaa isaa jalqabaa kaleessa adeemsisuu isaa beeksiseera. Shuum Tambeen Adoolessa 23 bara 2017 Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa irraa beekamtii argate.…

Continue ReadingNaannoo Tigraayitti filannoon haqa qabeessi yoo geggeeffame rakkoon ummataa furama- Paartiin ‘Shuum Tambeen’

Finfinnee giddugala Turizimii Afriikaa taasisna – Aadde Buzeenaa

AMN PLUS – Mudde 6/2018 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Guddina Damee Turizimii Magaalattiif xiyyeeffannoo olaanaa kennee hojjechaa jira jedhan Af-Yaa'iin Mana Maree Magaalattii Aadde Buzeenaa Alkadir. ‎KomishiniinTurizimii Magaalaa Finfinnee Fooramii jalqabaa…

Continue ReadingFinfinnee giddugala Turizimii Afriikaa taasisna – Aadde Buzeenaa

Fayyadamummaa qabeenya lafaa seera qabeessa ta’e mirkaneessuun hawaasaafi mootummaa jidduutti wal amantaa dabala- Injinar Wandimmu Seettaa

AMN PLUS- Mudde 6/2018 Fayyadamummaa qabeenya lafaa seera qabeessa ta’e mirkaneessuun hawaasaafi mootummaa jidduutti wal amantaa akka dabalu Sadarkaa kantiibaa Itti Aanaatti Hojii Gaggeessaan Magaalaa Finfinnee Injinar Wandimmuu Seettaa ibsaniiru.…

Continue ReadingFayyadamummaa qabeenya lafaa seera qabeessa ta’e mirkaneessuun hawaasaafi mootummaa jidduutti wal amantaa dabala- Injinar Wandimmu Seettaa

Waggaatti Namootni Kuma Tokkoo haga Kuma Lamaa ta’an dhibee HIV/AIDS’n lubbuu isaanii dhabu- Biiroo Fayyaa Oromiyaa

AMN PLUS- Mudde 6/2018 Guyyaa har'aa Magaalaa Mojootti guyyaan HIV/AIDS akka Naannoo Oromiyaatti marsaa 37ffaaf kabajameera. Guyyaan kunis Biiroo Fayyaa Oromiyaafi Waajjira Eegumsa Fayyaa Bulchiinsa Magaalichaan qindaa’uun deemsa miilaafi sochii…

Continue ReadingWaggaatti Namootni Kuma Tokkoo haga Kuma Lamaa ta’an dhibee HIV/AIDS’n lubbuu isaanii dhabu- Biiroo Fayyaa Oromiyaa

Jiraattotni Birbirsa Gooroo irraa jireenya fooyya’aaf gara Laaftoo deeman Paarkii Araadaa daawwatan

AMN PLUS- Mudde 6/2018 Jiraattonni sababa misoomaaf naannawa Birbirsa Gooroo irraa jireenya fooyya'aaf gara Kutaa Magaalaa Nifaas Silk Laaftoo deeman gara araddaa duraaniitti deebi'uun Paarkii Araadaa daawwatan. Tibbana Kantiibaan Magaalaa…

Continue ReadingJiraattotni Birbirsa Gooroo irraa jireenya fooyya’aaf gara Laaftoo deeman Paarkii Araadaa daawwatan