Ammayyummaa magaalota Addunyaan walsimu irra gahuuf imala jalqabne cimsinee itti fufna- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Processed with VSCO with c1 preset AMN- Onkololeessa 27, 2017 Hojiileen Finfinnee fi magaaloota biroo jijjiiruuf hojjetamaa jiru saffisaan raawwatamaa jiraachuu Kantibaan magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen ibsan. Aadde Adaanech guyyoota…

Continue ReadingAmmayyummaa magaalota Addunyaan walsimu irra gahuuf imala jalqabne cimsinee itti fufna- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Pireezidaantiin Rippaablika Seeraaliyoon Finfinnee galan

AMN Onkololeessa 27, 2017 Pireezidaantiin Rippaablika Seeraaliyoon Juuliyees Maadaan Finfinnee galaniiru. Juuliyyees Maadaa Biyyoon Yaa'ii Addunyaa Beelarraa bilisaa Finfinneetti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Pireezidaanti Juuliyyees Maadaa Biyyoon waayita Buufata…

Continue ReadingPireezidaantiin Rippaablika Seeraaliyoon Finfinnee galan

Xiyyaarri haaraan bitame dorgomummaa Daandii Qilleensaa Itoophiyaa kan dabaluudha-L/J Yilmaa Mardaasaa

AMN Onkololeessa 26, 2017 Xiyyaarri haaraan bitame dorgomtummaa fi sadarkaa Daandii Qilleensaa Itoophiyaa kan dabalu ta’uu Walitti Qabaan Boordii Dandichaa fi Ajajaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Letenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaan himan.…

Continue ReadingXiyyaarri haaraan bitame dorgomummaa Daandii Qilleensaa Itoophiyaa kan dabaluudha-L/J Yilmaa Mardaasaa

Barattoota sababa misooma kooriidariin bakka jireenyaa jijjiirratan dhamaatii tokko malee galmeessuun barnoota akka eegalan taasifameera- Biiroo Barnootaa Finfinnee

AMN- Onkololeessa 26, 2017 Koreen Dhaabbii Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa Mana Maree Magaalaa Finfinnee raawwii hojii kurmaana 1ffaa bara 2017 Biiroo Barnootaa Finfinnee qorachaa jira. Kurmaana jalqabaatti barattoota sababa misooma Kooriidariin…

Continue ReadingBarattoota sababa misooma kooriidariin bakka jireenyaa jijjiirratan dhamaatii tokko malee galmeessuun barnoota akka eegalan taasifameera- Biiroo Barnootaa Finfinnee

Wabii nyaataa mirkaneessuuf furmaata kalaqni itti dabalame gaafata – MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

AMN - Onkololeessa 26/2017 Wabii nyaataa mirkaneessuuf furmaata kalaqni itti dabalame kan gaafatu ta’uu MM Abiyyi Ahimad (Dr.) ibsan. MM Abiyyi Ahimad konfiraansii mata duree "Addunyaa Beela Irraa Bilisa Taate"…

Continue ReadingWabii nyaataa mirkaneessuuf furmaata kalaqni itti dabalame gaafata – MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa Xiyyaara Afrikaatti kan jalqabaa A350- 1000 fudhate

AMN Onkololeessa 26, 2017 Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa Xiyyaara Imaltoota Afrikaatti kan jalqabaa ta'e A350 - 1000 jedhamu dhaabbata Eer Baasirraa kaleessa galgala fudhateera. Xiyyaarri Daandiin qilleensichaa Dhaabbata Eer Baasirraa fudhate…

Continue ReadingDaandiin Qilleensaa Itoophiyaa Xiyyaara Afrikaatti kan jalqabaa A350- 1000 fudhate

Pirofeesarri filannoo Pireezidaantummaa Ameerikaa 10 keessaa 9 sirriitti tilmaaman barana hoo eenyutu injifata jedhan?

AMN - Onkololeessa 25/2017 Pirofeesar Alaan Liiktmaan jedhamu; barreessaa Seenaa yoo ta’an filannoo Pireezidaantummaa Ameerikaa 10 darban keessaa 9 sirriitti tilmaamuu isaaniitu himama. Dorgommii pireezidaantummaa Ameerikaa gaggeeffamaa jiru irratti itti…

Continue ReadingPirofeesarri filannoo Pireezidaantummaa Ameerikaa 10 keessaa 9 sirriitti tilmaaman barana hoo eenyutu injifata jedhan?

Cimnee yoo hojjenne raajii hojjechuu dandeenya- Obbo Awwal Arbaa

AMN Onkololeessa 25, 2017 Cimnee hojjennaan naannawaa keenyatti hojii ajaa’ibsiisaa hojjechuu akka dandeenyu hubanneerra jedhan Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan. Obbo Awwal, Naannicha Aanaa Gabii Rasuu Hanrukaatti hojiilee misoomaa…

Continue ReadingCimnee yoo hojjenne raajii hojjechuu dandeenya- Obbo Awwal Arbaa