Bakkeewwan hawwata tuuristii Hararitti daawwanne nu ajaa’ibsiisaniiru- Ambaasaaddaroota

AMN PLUS-Sadaasa 23/2018 Bakkeewwan hawwata tuuristii Hararitti daawwanne akka isaan ajaa’ibsiisan ambaasaaddarootaafi bakka bu’ootni dhaabbilee idil-addunyaa garaa garaa ibsan. Magaalaa Harariifi magaalota birootti misoomni kooridorii hojjatame miidhagaa akka ta’e dubbataniiru.…

Continue ReadingBakkeewwan hawwata tuuristii Hararitti daawwanne nu ajaa’ibsiisaniiru- Ambaasaaddaroota

Gabaan kaappitaalaa Itoophiyaa sirna faayinaansii biyyattii sirreessuu keessatti gahee olaanaa qaba- Ahimad Shidee

‎AMN PLUS-Sadaasa 23/2018 ‎Gabaan kaappitaalaa Itoophiyaa sirna faayinaansii biyyattii sirreessuu keessatti gahee olaanaa akka qabu Ministirri Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee ibsan. ‎Yaa'iin gabaa kaappitaalaa naannichaa 2ffaan Magaalaa Finfinnee Giddugala Konveenshinii…

Continue ReadingGabaan kaappitaalaa Itoophiyaa sirna faayinaansii biyyattii sirreessuu keessatti gahee olaanaa qaba- Ahimad Shidee

Obbo Tamasgeen Xurunaa ergaa “Baga Gammaddan” jedhu dabarsan

AMN PLUS- Sadaasa 23/2028 Ministirri Muummee Itti Aanaa FDRI Tamasgeen Xurunaa Gareen Biyyaalessaa Itoophiyaa U-17 Waancaa Afrikaaf darbuu ilaalchisee ergaa “Baga Gammaddan” jedhu miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniiru. Obbo Tamasgeen, “gama…

Continue ReadingObbo Tamasgeen Xurunaa ergaa “Baga Gammaddan” jedhu dabarsan

Meeshaaleen kontiroobaandii birrii miiliyoona 77 olitti tilmaamamu to’atame

‎AMN PLUS- Sadaasa 23/2018 ‎Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa Komishinii Gumurukaa waliin ta’uun sakatta'iinsa taasiseen meeshaalee kontirobaandii Birrii miiliyoona 77tti tilmaamamu Dirre Dawaa fi Somaaleetti to’annaa jala akka oolche beeksise. ‎Akka Ajajaan…

Continue ReadingMeeshaaleen kontiroobaandii birrii miiliyoona 77 olitti tilmaamamu to’atame

Dhaabbileen amantaa qaamolee marii biyyaalessaa keessatti hin hirmaanne hirmaachisuuf gahee qabu- Komishinicha

AMN PLUS-Sadaasa 23/2018 Komishiniin Marii Biyyaalessaa dhaabbileen amantaafi waldaaleen Siivilii ijaarsa biyyaafi nageenyaa amansiisaa mirkaneessuuf gahee isaanii akka bahatan waamicha dhiheesse. Komishinichi bakka buutota dhaabbilee amantaafi waldaalee Siivilii waliin mari'achaa…

Continue ReadingDhaabbileen amantaa qaamolee marii biyyaalessaa keessatti hin hirmaanne hirmaachisuuf gahee qabu- Komishinicha

Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Baatii Onkoloolessaafi Sadaasaa keessa hojiilee murteessoo biyyaalessaa fi idil-addunyaa raawwataniiru

AMN PLUS- Sadaasa 23/2018 Hojiilee ijoo biyyaalessaa fi addunyaalessaa Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Baatiwwan Onkololeessaa fi Sadaasaa keessa raawwatan Waajjirri Ministira Muummee ifoomseera. Dooktar Abiyyi Ahimad yaa’ii biyyoota…

Continue ReadingMinistirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Baatii Onkoloolessaafi Sadaasaa keessa hojiilee murteessoo biyyaalessaa fi idil-addunyaa raawwataniiru

Waajjirri Kantiibaa, naamusa hojjetaan walqabatee komii kaffaltoota gibiraa furuuf hojimaata addaa diriirsuu hime

AMN PLUS - Sadaasa 22/2018 Waajjirri Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee naamusa hojjetaafi kenna tajaajilaan walqabatee komii kaffaltoota gibiraa irraa ka'u furuuf hojimaata addaa diriirsuu hime. Biiroo Galiiwwanii Finfinnee jalatti hojimaatni…

Continue ReadingWaajjirri Kantiibaa, naamusa hojjetaan walqabatee komii kaffaltoota gibiraa furuuf hojimaata addaa diriirsuu hime

Injifattoonni badhaasa miidiyaa IGAD Hidha Haaromsaa daawwatan

AMN PLUS- Sadaasa 22/2018 Gaazexeessitoonni Badhaasa Miidiyaa IGAD ijifatanii fi hirmaattonni waltajjichaa Hidha Haaromsaa daawwataniiru. Daawwannicha irratti Deetaan Ministeera Haaja Alaa Ambaasaaddar Hayidar Abarraa fi Barreessaa Itti Aanaan IGAD Abdii…

Continue ReadingInjifattoonni badhaasa miidiyaa IGAD Hidha Haaromsaa daawwatan