Geetaanah Mollaa dorgommii Idil Addunyaa Daandiirraa Bishooftuutti taasifame injifate

‎AMN PLUS- Sadaasa 21/2018 ‎Kabaja Waggaa 90ffaa Humna Qilleensaa Itoophiyaa sababeeffachuun dorgommii Idil Addunyaa Daandiirraa KM 10 ‎ Bishooftuutti adeemsifame irratti Geetaanah Mollaa 1ffaa ba'uun injifateera. ‎Miseensa garee Ispoortii Machaal…

Continue ReadingGeetaanah Mollaa dorgommii Idil Addunyaa Daandiirraa Bishooftuutti taasifame injifate

Ayyaanni Saboota Sablammootaa fi Uummattoota Itoophiyaa 20 ffaan Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti kabajamaa jira

‎AMN PLUS-Sadaasa 21/2018 ‎Ayyaanni Saboota Sablammootaa fi Uummattoota Itoophiyaa 20 ffaan Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti Godina Gujii Lixaa Magaalaa Bulee Horaatti Kabajamaa jira. ‎Sagantichi har'a Marii Paanaaliin Magaalaa Bulee horaatti dhaadannoo…

Continue ReadingAyyaanni Saboota Sablammootaa fi Uummattoota Itoophiyaa 20 ffaan Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti kabajamaa jira

Atileetoonni fiigicha guddaa daandirraa Magaalaa Bishooftuutti adeemsifame injifatan badhaafaman

‎AMN PLUS-Sadaasa 21/2018 ‎Atileetoonni fiigicha guddicha daandiirraa Kiiloo Meetira 10 har'a Magaalaa Bishooftuutti fiigame injifatan badhaafaman. ‎Atileet Biqilee Ambassaa fi Geetaanee Mollaan tokkoon isaanii Meedaaliyaa Warqeefi Birrii kuma 500 badhaafamaniiru.…

Continue ReadingAtileetoonni fiigicha guddaa daandirraa Magaalaa Bishooftuutti adeemsifame injifatan badhaafaman

Kantiibaa Adaanech Abeebeen industiriiwwan oomishaa magaalaa Finfinnee daawwatan

‎AMN PLUS -Sadaasa 21/2018 ‎Magaalaa Finfinneetti industiriiwwan oomisha sadarkaa adda addaa irratti argaman daawwachuu isaanii Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsan. Baroota jijjiiramaatti dhaabbileen oomisha xixiqqaa fi giddu galeessaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen industiriiwwan oomishaa magaalaa Finfinnee daawwatan

Badhaasni Miidiyaa IGAD’n qophaa’u 3ffaan Finfinneetti adeemsifamaa jira

‎AMN PLUS-Sadaasa 21/2018 ‎Badhaasni Miidiyaa IGAD 3ffaan bara 2025 Magaalaa Finfinnee Hoteela Iskaayilaayititti adeemsifamaa akka jiru ibsame. ‎Sirni badhaasaa kun mata duree "Gabaasa Jijjiirama qilleensaa bu'a qabeessa, naannawa nageenyi mirkanaa'e,…

Continue ReadingBadhaasni Miidiyaa IGAD’n qophaa’u 3ffaan Finfinneetti adeemsifamaa jira

Rakkinni nu kuffiisa osoo hin taane, caalmaan nu tarkaanfachiisuu qaba- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Sadaasa 21/2ዐ18 ‎Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) mata duree wayita hoggantoota olaanoo Paartii Badhaadhinaaf leenjii kennanitti ‎"Rakkinni dhiibee kan nu kuffiisuu osoon taane, kan nu tarkaanfachiisu ta'uu qaba"…

Continue ReadingRakkinni nu kuffiisa osoo hin taane, caalmaan nu tarkaanfachiisuu qaba- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎Turizimii hambaa irraa gara dhangaatti jijjiiruu barbaachisa- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Sadaasa 21/2018 ‎Turizimii Itoophiyaa hambaa irraa gara dhangaatti jijjiiruu akka barbaachisu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) hubachiisan. Dooktar Abiyyi Ahimad leenjii hoggantoota olaanoo Paartii Badhaadhinaa mata duree “Guddina…

Continue Reading‎Turizimii hambaa irraa gara dhangaatti jijjiiruu barbaachisa- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Guyyaan Heerri Ragga’e sadarkaa Oromiyaatti magaalaa Bulee Horaatti kabajamaa jira

AMN PLUS- Sadaasa 22/2018 Ayyaanni Saboota Sablamootaafi Uummattoota Itoophiyaa 20ffaan sadarkaa naannoo Oromiyaatti mata duree "Waliigaltee Dimokiraatawaa Tokkummaa Sab-daneessaaf" jedhuun Magaalaa Bulee Horaatti kabajamaa jira. Ayyaana kana irratti Af-yaa'ii Mana…

Continue ReadingGuyyaan Heerri Ragga’e sadarkaa Oromiyaatti magaalaa Bulee Horaatti kabajamaa jira