Egeree raaguuf qaroomina, ammayyummaafi seenaa sirnaan hubachuun murteessaadha- MM Abiyyi Ahimad (PhD)
AMN PLUS -Sadaasa 20/2018 Har’a tolchuu fi karoora fooyya’aa borii hojiirra oolchuuf qaroomina, ammayyummaa fi seenaa sirnaan hubachuun murteessaa akka ta'e Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. Xumura leenjii hooggantoota…