Finfinneen guutummaa Afrikaa boonsiti – Daawwattoota

AMN Plus- Onkoloolessa 28/2018 Guddina hunda galeessa Magaalaa Finfinneetti argan baay’ee dinqisiiffachuusaanii hirmaattonni yaa’ii sagantaa beelladaa idil addunyaa ibsan. Hirmaattonni Sagantaa Yaa’ii waggaa bineensota Bosonaa Addunyaa misooma hunda galeessa Magaalaa…

Continue ReadingFinfinneen guutummaa Afrikaa boonsiti – Daawwattoota

Fiigichi qaxxaamura biyyaa Jaanmeedaa Dilbata gaggeeffama

AMN PLUS - Onkoloolessa 28/ 2018 Fiigichi qaxxaamura biyyaa Internaashinala Jaanmeedaa marsaa 43ffaf Dilbata dhufu geggeeffama. Federeeshiniin Atileetiksii Itoophiyaa dorgommii kana ilaalchisuun ibsa kenneera. Atileetota naannolee 10, bulchiinsa magaalaa lamaa…

Continue ReadingFiigichi qaxxaamura biyyaa Jaanmeedaa Dilbata gaggeeffama

Barri Qaroomina Goondar Lammaffaan eegalameera- Obbo Tamasgeen Xurunaa

‎AMN PLUS-Onkoloolessa 28/2018 ‎Itti Aanaan Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xurunaa barri qaroomina Goondar lammaffaan akka eegalame beeksisan Obbo Tamasgeen ergaa fuula miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin, Dallaan Galmaa Faasiil waggoota 400f…

Continue ReadingBarri Qaroomina Goondar Lammaffaan eegalameera- Obbo Tamasgeen Xurunaa

Hoggantoonni olaanoon Paartii Badhaadhinaa Hojiilee Misoomaa Magaalaa Finfinnee keessatti hojjataman daawwachuu eegalaan.

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 29/2018 ‎Leenjiitoonni Leenjii Hooggantoota Olaanoo Paartii Badhaadhinaa irratti hirmaataa turan hojiilee misoomaa magaalaa Finfinneetti hojjatamaa turan dawwachuu eegalan. Hoggantoonni olaanoo kuniin Leenjii Ijaarsa dandeettii guyyoota 10f Naannoo…

Continue ReadingHoggantoonni olaanoon Paartii Badhaadhinaa Hojiilee Misoomaa Magaalaa Finfinnee keessatti hojjataman daawwachuu eegalaan.

Finfinneen Hoogantoota Federaalaafi Naannolee irraa dhufaniif Muuxannoo hojiilee misoomaa qoodaa jirti

AMN PLUS- Onkoloolessa 29/2018 Hooggantoonni Olaanoo Paartii Badhaadhinaa leenjii hoggansaa fudhatan hojiilee Misooma Finfinnee daawwachaa jiru. Hooggantoonni kunneen garee 4tti qoodamuun Daawwannaa kan eegalan yoo ta'u, garee 4ffaan Paarkii Irreechaa…

Continue ReadingFinfinneen Hoogantoota Federaalaafi Naannolee irraa dhufaniif Muuxannoo hojiilee misoomaa qoodaa jirti

Istaadiyemii Baahirdaar ulaagaa CAF kaa’etti fooyyessuuf hojjetamaa jira- MM Abiyyi Ahimad

AMN PLUS- Onkoloolessa 29/2018 ‎Hojiileen Misoomaa Qarqara Hara Xaanaatti hojjataman Baahirdaariin boqonnaa magaalaa haaraatti ceesisaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. ‎Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad turtii isaanii Baahir…

Continue ReadingIstaadiyemii Baahirdaar ulaagaa CAF kaa’etti fooyyessuuf hojjetamaa jira- MM Abiyyi Ahimad

Godambaan Saayinsii, Itoophiyaan guddina irra ga’uu qabdu mul’isa- Hoggantota Mootummaa

AMN Plus- Onkoloolessa 29/2018 Godambaan Saayinsii, Itoophiyaan guddina teekinooloojii irra ga’uu qabdu kan mul’isu ta’uu Anga’ootni Olaanoo Paartii Badhaadhinaa Finfinnee daawwatan ibsan. Hoogganaan Biiroo Barnootaa Naannoo Hararii Obbo Geetuu Nagawoo,…

Continue ReadingGodambaan Saayinsii, Itoophiyaan guddina irra ga’uu qabdu mul’isa- Hoggantota Mootummaa

Hospitaalli Alart keemikaala naannoo faalu lagatti lakkisuusaan Birrii miiliyoona tokko adabame

AMN Plus- Onkoloolessa 26/2018 Dhaabbata Fayyaa Mootummaa kan ta'e Hospitaalli Alart keemikaala naannoo faalu lagatti lakkisuusaan Birrii miiliyoona tokko adabamuu Abbaan Taayitaa Kabachiisa Dambii Magaalaa Finfinnee beeksise. Hospitaalli Kutaa Magaalaa…

Continue ReadingHospitaalli Alart keemikaala naannoo faalu lagatti lakkisuusaan Birrii miiliyoona tokko adabame

Taarifa Tiraamp irratti Manni Murtii Olaanaa Ameerikaa gaaffii kaase

AMN Plus – Onkoloolessa 27/2027 Prezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp taarifa guddaa fayyadamuu isaaniitiin Mana Murtii Olaanaatti gaaffii cimaan isaan mudate. Adeemsi tarsiimoo taarifaasaanii dinagdee addunyaa irratti dhiibbaa guddaa akka qabus…

Continue ReadingTaarifa Tiraamp irratti Manni Murtii Olaanaa Ameerikaa gaaffii kaase

Ulaan galaanaa koo miti jedhee namni yaadu waan jiru natti hin fakkaatu- Tashoomaa Duulaa (PhD)

‎AMN Plus- Onkoloolessa 27/2018 ‎Oomoshtummaafi oomishni hanga fedhe yoo jiraate lafee dugdaa ta'ee biyyatti ceesisuun addunyaarratti daldalaan kan beeksisu ulaa galaanaa akka ta'e Hayyuun Saayinsii Diinagdee Tashoomaa Duulaa (PhD) ibsan.…

Continue ReadingUlaan galaanaa koo miti jedhee namni yaadu waan jiru natti hin fakkaatu- Tashoomaa Duulaa (PhD)