Kantiibaa Adaanech Abeebeen barattoota kutaa 12ffaa bara 2017 qabxii olaanaa galmeessisan badhaasan
AMN Plus- Onkoloolessa 18/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen barattoota magaalichaa kutaa 12ffaa bara 2017 qabxii olaanaa galmeessisan 336 badhaasan. Aadde Adaanech ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, bara kana…