Du’aan boqochuu Hajii Muftii Umar Idiriis hordofee eebbifamoo Abunee Maatiyaas ergaa gaddaa dabarsan
AMN PLUS- Onkololeessa 10, 2018 Du’aan boqochuu Pireezidaantii duraanii Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Hajii Muftii Umar Idiriis hordofee Paatiriyaarikiin Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo eebbifamoo Abunee Maatiyaas ergaa gaddaa dabarsaniiru.…