Irreechi Malkaa Ateetee Gafarsaa Gujeetti kabajame
AMN PLUS- Onkololeessa 02/2018 Irreechi Malkaa Ateetee Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Gafarsaa Gujeetti irreeffatameera. Irreechi Malkaa Ateetee torbee Irreecha Hora Finfinneefi Hora Harsadeetti kan kabajamuudha. Irreechi Malkaa Ateetee Abbaa Malkaan…