Ayyaana Jijjiirraa Bara Haaraa Saba Halaabaa “Seeraa” sababeeffachuun Simpooziyeemiin adeemsifamaa jira

‎AMN PLUS- Amajjii 02/2018 ‎Ayyaana Jijjiirraa Bara Haaraa Saba Halaabaa "Seeraa" sababeeffachuun Simpooziyeemiin Magaalaa Halaabaa Qullittootti adeemsifamaa jira. ‎Simpooziyeemii kana haasawaan kan saaqan Af- Yaa'iin Mana Maree Godina Halaabaa Obbo…

Continue ReadingAyyaana Jijjiirraa Bara Haaraa Saba Halaabaa “Seeraa” sababeeffachuun Simpooziyeemiin adeemsifamaa jira

Eebbifamoo Abunee Maatiyaas ayyaana qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

AMN PLUS - Mudde 28/2018 Paatiriyaarikiin Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Eebbifamoo Abunee Maatiyaas ayyaana qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Guyyaan dhaloota Gooftaa fi fayyisaan addunyaa Iyyesuus Kiristoos guyyaa…

Continue ReadingEebbifamoo Abunee Maatiyaas ayyaana qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

Dhalachuun Iyyesuus Kiristoos bu’uura gammachuu hundaati- Eebbifamoo Kaardinaal Abunee Birhaana Iyyesuus

AMN PLUS - Mudde 28/2018 Hangafni Phaaphaasii Mana Amantaa Kiristaanaa Kaatoolikii Eebbifamoo Kaardinaal Abunee Birhaana Iyyesuus ayyaana qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Dhalachuun Iyyesuus Kiristoos bu’uura gammachuu hundaati kan…

Continue ReadingDhalachuun Iyyesuus Kiristoos bu’uura gammachuu hundaati- Eebbifamoo Kaardinaal Abunee Birhaana Iyyesuus

Garaagarummaa araaraan hiikuun nageenya waaraaf haa hojjennu- Luba Darajjee Jambaruu

AMN PLUS - Mudde 28/2018 Gamtaan Waldaalee Kiristaanaa Warra Wangeelaa Itoophiyaa Ayyaana Yaadannoo Dhaloota Iyyesuus sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarseera. Barreessaa Olaanaan Gamtichaa Lubni Darajjee Jambaruu Ayyaanicha ilaalchisee…

Continue ReadingGaraagarummaa araaraan hiikuun nageenya waaraaf haa hojjennu- Luba Darajjee Jambaruu

Kantiibaa Adaanech Abeebeen hawaasa diiploomaasii Finfinnee jiraataniif ergaa baga geessanii dabarsan

AMN PLUS- Mudde 23/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen bara haaraa faranjootaa 2026 ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsan. Aadde Adaanech miidiyaa hawaasummaa isaaniin "Ambaasaaddaroonni, dhaabbbileen idil-addunyaa fi michoonni Finfinnee…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen hawaasa diiploomaasii Finfinnee jiraataniif ergaa baga geessanii dabarsan

Ministeerri Aadaafi Ispoortii ergaa “Baga Gammaddan” jedhu dabarse

AMN PLUS- Mudde 1/2018 Ministeerri Aadaafi Ispoortii ayyaanni bara haaraa uummata Walaayitaa “Giifaataa”n UNESCOtti galmaa’uu ilaalchisee ergaa “Baga Gammaddan” jedhu dabarseera. Ministeerichi Itoophiyaan hambaalee garaa garaa sadarkaa idil-addunyaatti maqaa waamsisan…

Continue ReadingMinisteerri Aadaafi Ispoortii ergaa “Baga Gammaddan” jedhu dabarse

Guyyaan Sabaaf, Sablammootaa Kutaa Magaalaa Gullelleetti sagantaa agarsiisa aadaa saboota garagaraafi marii paanaaliitin kabajame

‎AMN PLUS - Sadaasa 19/2018 ‎Guyyaan Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa 20ffaan bara 2018 mata dure "Waliigalteen Dimokiraatawaa Tokkummaa Sab-daneessummaaf" jedhun kabajamu bakka walgeettii saboota Itoophiya heddu taatee Kutaa Magaalaa Gullelleetti…

Continue ReadingGuyyaan Sabaaf, Sablammootaa Kutaa Magaalaa Gullelleetti sagantaa agarsiisa aadaa saboota garagaraafi marii paanaaliitin kabajame

Magaalaa Gaambeellaatti Irreechi Malkaa Baaroo kabajame

‎AMN PLUS-Onloloolessa 8/2018 ‎Ayyaanni Irreechaa ''Malkaan Baaroo'' magaalaa Gaambeellaatti waloominaa fi walitti dhiyeenyi karaa itti cimuun kabajameera. ‎Irreecha uummata Oromoo qofa otuu hintaanee ayyaana guutummaa Itoophiyaanotaa ta'uu ayyaanni irreecha malkaa…

Continue ReadingMagaalaa Gaambeellaatti Irreechi Malkaa Baaroo kabajame