Jijjiiramni hayyootni hawaasaa keessatti fidan gara Badhaadhinaatti biyya ceesisa- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS-Mudde 24/2018 Jijjiiramni hayyootni hawaasaa keessatti fidan gara badhaadhinaatti akka biyya ceesisu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. Ministirri Muummee ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, yaadni humna jijjiiramaa tahuu…

Continue ReadingJijjiiramni hayyootni hawaasaa keessatti fidan gara Badhaadhinaatti biyya ceesisa- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎Yunivarsiitichi badhaadhina eegalame beekumsaan gaggeessuuf gahumsa dabalataati- Obbo Tamasgeen Xurunaa

‎AMN PLUS- Mudde 24/2018 ‎Ministirri Muummee Itti Aanaa FDRI Obbo Tamasgeen Xurunaa, kabaja hundeeffama Yunivarsiitii Finfinnee Waggaa 75 sababeeffachuun ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, "Yunivarsiitichi badhaadhina eegalame beekumsaan gaggeessuuf humna…

Continue Reading‎Yunivarsiitichi badhaadhina eegalame beekumsaan gaggeessuuf gahumsa dabalataati- Obbo Tamasgeen Xurunaa

Jijjiiramni hayyootni hawaasaa keessatti fidan gara Badhaadhinaatti biyya ceesisa- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS-Mudde 24/2018 Jijjiiramni hayyootni hawaasaa keessatti fidan gara badhaadhinaatti akka biyya ceesisu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. Ministirri Muummee ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, yaadni humna jijjiiramaa tahuu…

Continue ReadingJijjiiramni hayyootni hawaasaa keessatti fidan gara Badhaadhinaatti biyya ceesisa- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

MM Abiyyi Ahimad hundeeffama waggaa 75ffaa Yuunivarsitii Finfinnee sababeeffachuun waraqaa qorannoo dhiyeessaa jiru

AMN PLUS- Mudde 24/2018 Kabaja Hundeeffama waggaa 75ffaa Yuunivarsiitii Finfinnee sababeeffachuun barataa Yuunivarsitichaa duraanii Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) mata duree "Gahee Hayyootaa Badhaadhina Biyyaa Keessattii" jedhuun waraqaa qorannoo…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad hundeeffama waggaa 75ffaa Yuunivarsitii Finfinnee sababeeffachuun waraqaa qorannoo dhiyeessaa jiru

Dargaggootni Afrikaa Tiraanisformeeshinii Afrikaaf Barnootaan of Gahoomsuu qabu-Piroofeesar Gabbisaa Ejjetaa

AMN PLUS- Mudde 23/2018 Piroofeesar Gabbisaa Ejjetaa "Dargaggootni Afrikaa Tiraanisformeshinii Afrikaaf " Mata Duree jedhuun hawaasa Yunivarsiitii Haramaayaaf haasaa dadammaqiinsaa taasisaniiru. Dargaggootni Afrikaa guddinaa fi jijjiirama ardichaa gara fuulduraatti tarkaanfachiisuu…

Continue ReadingDargaggootni Afrikaa Tiraanisformeeshinii Afrikaaf Barnootaan of Gahoomsuu qabu-Piroofeesar Gabbisaa Ejjetaa

Seenaa Yaadannoo Adawaa qorannoofi qo’annoon guddisuuf Yunivasritiiwwan sadii Yaadannoo Injifannoo Adawaa waliin waliigaltee mallatteessan

‎AMN PLUS-Mudde 13/2018 ‎Seenaa Yaadannoo Injiffannoo Adawaa duudhaa isaa eeggatee seenessa waloon gabbisuuf Yunivarsiitii Finfinnee, Yunivarsiitii Saayinsiifi Teekinooloojii Finfinneefi Yunivarsiitiin Kotobee Yaadannoo Injifannoo adawaatti waliif mallatteessaniiru. ‎Injiffannoon Adawaa kan uummatni…

Continue ReadingSeenaa Yaadannoo Adawaa qorannoofi qo’annoon guddisuuf Yunivasritiiwwan sadii Yaadannoo Injifannoo Adawaa waliin waliigaltee mallatteessan

Nageenya waaressuuf barsiisotaafi barattootni gahee isaanii akka bahatan gaafatame

AMN PLUS- Mudde 11/2018 Nageenyaa fi tasgabbii Magaalaa Finfinnee eegsisuufi waaressuuf  barattootni fi barsiisotni gahee isaan irraa eegamu bahuu akka qaban Biiroon Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee waamicha dhiyeesse. Walta'insa…

Continue ReadingNageenya waaressuuf barsiisotaafi barattootni gahee isaanii akka bahatan gaafatame

Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa hundeeffama Waggaa 30ffaa kabajachaa jira

AMN PLUS- Sadaasa 27/2018 Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa Waggaa 30ffaa hundeeffamasaa iddoo hoggantoonni naannoo fi yuunivarsiitichaa argamanitti kabajachaa jira. Hogganaan Waajjira Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Dr. Abdulaziiz Daawwid Yunivarsitichi qaawwa dandeettii…

Continue ReadingYuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa hundeeffama Waggaa 30ffaa kabajachaa jira

Yunivarsitiin Naannoo Oromiyaa ofiin of bulchuuf hojjataa jira- Garramuu Hulluuqaa (PhD)

AMN PLUS-Sadaasa 22/2018 Pirezidaantiin Yunivarsitii Naannoo Oromiyaa Garramuu Hulluuqaa (PhD), Yuunivarsitiin Naannoo Oromiyaa Sadaasa 19 bara 1988'tti kan hundaa'e yoo tahu, bu'aa ba'ii hedduu keessa kan darbeefi bu'aalee danuu galmeessuu…

Continue ReadingYunivarsitiin Naannoo Oromiyaa ofiin of bulchuuf hojjataa jira- Garramuu Hulluuqaa (PhD)

Yuunivarsitiin Finfinnee hundeeffamasaa waggaa 75ffaa kabajuufi

‎AMN PLUS - Sadaasa 9/2018 ‎Yuunivarsitiin Finfinnee ayyaana hundeeffama waggaa 75 Diyaamandii, kabajuuf kan dandeessisu qophii xumuree jiraachuu Eeggataan Chaansilara Yuunivarsitichaa Saamu'eel Kifilee (PhD) ibsan. ‎Yuunivarsitichi gara of danda'uutti ceesisuuf…

Continue ReadingYuunivarsitiin Finfinnee hundeeffamasaa waggaa 75ffaa kabajuufi