Agarsiisni uffataalee aadaa 120 hirmaachise “Kan Seenaa 2026” adeemsifame

‎AMN PLUS- Mudde 25/2018 ‎Agarsiisni Faashinii Seenaan qophaa'ee, uffatootni aadaa biyya keenyaa 120 irratti agarsiifaman magaalaa Finfinnee Giddugala Konvenshinii Idil-Addunyaa Addisitti adeemsifameera. ‎Hoggantuun Itti Aantuu Biiroo Aadaa fi Ogummaa Magaalaa…

Continue ReadingAgarsiisni uffataalee aadaa 120 hirmaachise “Kan Seenaa 2026” adeemsifame

“Abbaan koo osoo barnoota Seeraa irratti na eeguun barnoota muuziqaa irratti argame” – Weellisaafi Muuziqeessaa Anis Gabii

‎AMN PLUS- Mudde 16/ 2018 Abbaan isaa Artist Gabii Eda’oo, sirba ‘Aayyookoo’ jedhuun beekama. Daa’imummaa isaatti abbaan isaa sagantaa irratti yoo affeeraman isa fudhatanii gara waltajjii deemuun akka jaalala muuziqaan…

Continue Reading“Abbaan koo osoo barnoota Seeraa irratti na eeguun barnoota muuziqaa irratti argame” – Weellisaafi Muuziqeessaa Anis Gabii

Finfinnee akkas miidhagde arguukootti nan boona- Wellistuu Hawwii Dhaabaa (Wiihaa)

AMN PLUS – Mudde 7/2018 Hojii Finfinneetti hojjetameen baay'een gammada, ittiinan boone jechuun Weellistuu Hawwii Dhaabaa (Wihaa) himte. Aartistoota biyyoota Afrikaa adda addaa fi muuziqeessitoota Itoophiyaa sirna badhaasa Odaa irratti…

Continue ReadingFinfinnee akkas miidhagde arguukootti nan boona- Wellistuu Hawwii Dhaabaa (Wiihaa)

Miidhagduu Tuurizimii Oromiyaa filachuun maal kaayyeffate? Torbee Turizimii Oromiyaahoo?

‎AMN PLUS - Hagayya 23/2017 ‎Torbee Turizimii Oromiyaa bara kanaa yeroo 5ffaaf kabajamuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Komishiniin Turizimii Oromiyaa beeksise. Qaama kabaja kanaa kan ta'e dubree ambaasaaddara turizimii Oromiyaa taatu…

Continue ReadingMiidhagduu Tuurizimii Oromiyaa filachuun maal kaayyeffate? Torbee Turizimii Oromiyaahoo?

Fiilmiin “Abbaa Malkaa” Dilbata dhufu eebbifama

AMN PLUS, Guraandhala 13, 2017 Fiilmiin Afaan Oromoo “Abbaa Malkaa” jedhamu Dilbata dhufu Galma Tiyaatira Biyyaalessaatti eebbifama jedhame. Barreessaafi Qopheessaan Fiilmichaa Leencoo Fiqiruun eebba fiilmichaa ilaalchisuun ibsa miidiyaaleef kennaniin, qabiyyeen…

Continue ReadingFiilmiin “Abbaa Malkaa” Dilbata dhufu eebbifama

Dorgommiin moodeelota Afrikaa har’a Finfinneetti gaggeeffama

AMN PLUS- Guraandhala 8, 2017 Dorgommiin xumuraa moodeelota Afrikaa 5ffaan har'a Finfinnee Addabaabaayii Michummaatti gaggeeffama. Dorgommiin kun Itoophiyaatti yeroo jalqabaaf kan qophaahe yoo ta'u moodelonni biyyoota Afriikaa 6 xumuraaf gahaniiru.

Continue ReadingDorgommiin moodeelota Afrikaa har’a Finfinneetti gaggeeffama

Hawaasaatti Riizoortii Birrii biiliyoona 2.6 ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame

AMN PLUS- Guraandhala 6, 2017 Midrook Invastimanti Giruuppi Magaalaa Hawaasaatti Riizoortii Birrii biiliyoona 2.6’n ijaaruuf dhagaa bu’uuraa kaa’eera. Riizoortii kun lafa Kaaree meetira kuma 21 irratti ijaarama jedhame. Ijaarsi isaa…

Continue ReadingHawaasaatti Riizoortii Birrii biiliyoona 2.6 ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame

“Addis Talent Show” irratti dorgomaa kan jiru Gareen Sarkasii “Troupe ADC” Galmee Dinqisiisoo Addunyaarratti galmaa’e

AMN- Sadaasa 30/ 2017 Gareen Sarkasii dorgommii AMN qopheessu "Addis Talent Show" irratti dorgomaa jiru "Troupe ADC" riikardii fooyyessuun Galmee Dinqisiisoo Addunyaa (Guenness) irratti galmaa'e. Addis Miidiyaa Neetiworkiin qophaa'uun dorgomtoota…

Continue Reading“Addis Talent Show” irratti dorgomaa kan jiru Gareen Sarkasii “Troupe ADC” Galmee Dinqisiisoo Addunyaarratti galmaa’e