Dooktar Abiyyi Godina Daawurootti Warshaa Dhiqaa Dhagaa Cilee eebbisan

AMN PLUS- Amajjii 16/2017 Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa Godina Daawurootti Warshaa Dhiqaa Albuuda Dhagaa Cilee eebbisiisuun hojii eegalchiisan. Dooktar Abiyyi, Warshaa Dhiqaa Albuuda Dhagaa…

Continue ReadingDooktar Abiyyi Godina Daawurootti Warshaa Dhiqaa Dhagaa Cilee eebbisan

Magaalaa Finfinneetti ji’oottan jahan darbanitti namoota kuma 142 oliif carraan hojii uumameera – Biiroo Hojii fi Kalaqaa Magaalaa Finfinnee

AMN PLUS - Amajjii 13/17 Magaalaa Finfinneetti ji'oottan jahan darbanitti namoota kuma 142 oliif carraan hojii uumamuu Biiroon Hojii fi Kalaqaa Magaalaa Finfinnee ibse. Ji'oottan jahan darbanitti namoota Kuma 150f…

Continue ReadingMagaalaa Finfinneetti ji’oottan jahan darbanitti namoota kuma 142 oliif carraan hojii uumameera – Biiroo Hojii fi Kalaqaa Magaalaa Finfinnee

Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Xiyyaara Eer Baasii A350 -1000 3ffaa fudhate

AMN PLUS- Mudde 24/2017 Daandiin Qilleensa Itoophiyaa barii bara haaraa 2025tti Xiyyaara Air Bus A350 -1000 3ffaa fudhachuu beeksiiseera. Daandiin qilleensichaa Xiyyaaroota mijatoo fi ammayyaa hojiirra oolchuun maamiltootaaf tajaajila si’aataa…

Continue ReadingDaandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Xiyyaara Eer Baasii A350 -1000 3ffaa fudhate

Ibsa Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaa irraa kenname

AMN Mudde 22/ 2017 Koreen Imaammata Maallaqaa Walga’ii jalqabaa gaggeessuu Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa beeksise. Korichi haala diinagdee gooroo biyyattitti dhiyeenya mudate irratti mari’achuu kan beeksise Baankiin Biyyaalessaa dhimmoota akka qaala’iinsa…

Continue ReadingIbsa Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaa irraa kenname

Qabeenyi waliigalaa Baankii Daldalaa Itoophiyaa Qarshii tiriliyoona 1.9 gahe

AMN - Muddee 19/2017 Qabeenyi waliigalaa Baankii Daldalaa Itoophiyaa Qarshii tiriliyoona 1.9 kan gahe ta’uu pireezidaantiin baankichaa Obbo Abbee Saanoo ibsan. Haaromsi diinagdee gooroo dhiyeenya kana hojii irra oole baankicha…

Continue ReadingQabeenyi waliigalaa Baankii Daldalaa Itoophiyaa Qarshii tiriliyoona 1.9 gahe

Ji’oota Shanan Darbanitti Qarshiin Biiliyoonni 380 walitti qabameera – Minsteera Galiiwwanii

AMN - Muddee 17/2017 Ji’oota shanan darban keessa galiin qarshii biiliyoona 380 walitti qabamuu isaa Minstirri Galiiwwanii aadde Ayinaalam Nugusee ibsan. Raawwii sassaabbii galii waggoota jijjiiramaa darban ilaalchisee ministirrittiin ibsa…

Continue ReadingJi’oota Shanan Darbanitti Qarshiin Biiliyoonni 380 walitti qabameera – Minsteera Galiiwwanii

Dandeettii galii sassaabuu magaalatti guddisuun gaaffilee misoomaa ummatni kaasu deebisuuf tattaaffiin taasifamaa jira – Biiroo Galiiwwanii Maaalaa Finfinnee

AMN - Muddee 9/2017 Dandeettii galii sassaabuu Magaalaa Finfinnee guddisuun gaaffilee misoomaa ummatni kaasu deebisuuf tattaaffiin taasifamaa jiraachuusaa Biiroon Galiiwwan Bulchiinsa Magaalichaa beeksise. Biiroon Galii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee bara baajataa…

Continue ReadingDandeettii galii sassaabuu magaalatti guddisuun gaaffilee misoomaa ummatni kaasu deebisuuf tattaaffiin taasifamaa jira – Biiroo Galiiwwanii Maaalaa Finfinnee

Dameen albuudaa diinagdee biyyattiif gumaacha irraa eegamu akka taasisu hojjetamaa jira

AMN - Sadaasa 18/2017 Dameen albuudaa diinagdee biyyattiif gumaacha irraa eegamu akka taasisu qooda fudhattoota waliin qindoominaan hojjetama akka jiru Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Habtaamuu Tagany ibsaniiru. Eekspoon Albuudaa fi…

Continue ReadingDameen albuudaa diinagdee biyyattiif gumaacha irraa eegamu akka taasisu hojjetamaa jira