Ayyaanonni amantaa fi ummataa duudhaa isaaniin akka kabajamuuf qophii xumuruu Humni Nageenya waloo beeksise

AMN PLUS- Hagayya 17/2017 Humni Nageenya waloo ayyaanota Amantaa fi ayyaanonni ummataa adda addaa magaalaa Finfinnee keessatti dudhaa isaa eeggachuun akka kabajuuf qophii xumuruu isaa beeksise. Nageenya biyya keenyaa fi…

Continue ReadingAyyaanonni amantaa fi ummataa duudhaa isaaniin akka kabajamuuf qophii xumuruu Humni Nageenya waloo beeksise

Ji’oottan lamaan darban keessa dhiyeessii oomishaa fi to’annoo daldala seeraan alaa magaalaa Finfinnee keessatti hojiin bu’a qabeessa hojjetamuun ibsame

‎AMN PLUS - Hagayya 17/2017 ‎Ji’oottan lamaan darban Magaalaa Finfinneetti dhiyeessii oomishaa, raabsa meeshaalee, to’annoo meeshaalee seeran alaa, to’annoo daldala seeraan alaa fi dameewwan birootiin bu’aa jajjabeessaan argamuu isaa Koreen…

Continue ReadingJi’oottan lamaan darban keessa dhiyeessii oomishaa fi to’annoo daldala seeraan alaa magaalaa Finfinnee keessatti hojiin bu’a qabeessa hojjetamuun ibsame

‎Dargaggootni Faddaaltotaan gowwomfamanii godaansa seeraan alaatiif saaxilamuu hin qaban – Obbo Araarsoo Biqilaa

‎AMN PLUS - Hagayya 15/2017 ‎Dargaggoota sababa hojii barbaachaaf karaa seeraan alaa daangaa qaxxaamuruun gara biyyoota birootti godaanan irratti gaaga'ama lubbuufi mancaatii qabeenyaaf saaxilamaa akka jiran Biiroon Dhimma Hojjataafi Hawaasummaa…

Continue Reading‎Dargaggootni Faddaaltotaan gowwomfamanii godaansa seeraan alaatiif saaxilamuu hin qaban – Obbo Araarsoo Biqilaa

Taateewwan gurguddoo Finfinneen tibbana keessummeessitu ilaalchisee qophaa’ummaan caasaa nageenyaa qoratame

AMN PLUS - Hagayya 15/2017 Itoophiyaan taateewwan idil-addunyaa, sadarkaa Afriikaafi biyyaalessaa dhiyeenyatti qopheessitu ilaalchisee qophaa'ummaan caasaa nageenyaa qoratamuu Poolisiin Federaalaa beeksise. Komishinarri Jeneraalaa Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa'el bakka argamanitti qorannoo…

Continue ReadingTaateewwan gurguddoo Finfinneen tibbana keessummeessitu ilaalchisee qophaa’ummaan caasaa nageenyaa qoratame

Hojiileen nageenyaa uummata bu’uureffatan nageenyaa fi tasgabbii magaalichaa akka mirkaneessan Biiroon Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee beeksise

‎AMN PLUS - Hagayya 14/2017 ‎Hooggantuun Biiroo Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee Aadde Liidiyaa Girmaa, hojiin nagaa fi tasgabbii ummata irratti hundaa’uun hojjatame nagaan akka mirkanaa'u taasiseera jechuun ibsaniiru.…

Continue ReadingHojiileen nageenyaa uummata bu’uureffatan nageenyaa fi tasgabbii magaalichaa akka mirkaneessan Biiroon Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee beeksise

Labsiin bilisummaa odeeffannoo walitti qabuu, fudhachuufi tamsaasuu heera mootummaatiin qopha’e dhiyaatera

‎AMN PLUS - Hagayya 13/2017 ‎Dhaabbanni Abbagaarii Ummataa Itoophiyaa mirga heera mootummaatiin namoonni odeeffannoo fi yaada walitti qabuu, fudhachuu fi tamsaasuuf qaban eegsisuuf Labsii Bilisummaa Odeeffannoo qopheesse jedhan Abbagaarii Olaantuun…

Continue ReadingLabsiin bilisummaa odeeffannoo walitti qabuu, fudhachuufi tamsaasuu heera mootummaatiin qopha’e dhiyaatera

Daldaltoota sababa malee gatii dabalan irratti tarkaanfiin ni fudhatama – Komishinii Siivil Sarviisii

‎AMN PLUS- Hagayya 12/2017 ‎Fooyya’iinsa miindaa taasifame hordofuun daldaltoota daballii gatii taasisuuf yaalan irratti mootummaan tarkaanfiin cimaa fudhachuuf ajaja akka dabarse Komishiniin Siivil Sarvizii beeksise. ‎Fulbaana bara 2018 irraa eegalee…

Continue ReadingDaldaltoota sababa malee gatii dabalan irratti tarkaanfiin ni fudhatama – Komishinii Siivil Sarviisii

Daballii Miindaa hojjettoota Mootummaa wajjin wal qabatee hojiiwwan seeraan alaa raawwataman irratti to’annoon ni taasifama- Kaasaahun Gofee(Dr.)

‎AMN PLUS- Hagayya 12/2017 ‎Mootummaan Fulbaana bara 2018 irraa eegalee miindaa dabaluun haala jireenya hojjettootaa fooyyessuuf murteessuun isaa tarkaanfii gaarii fi qajeelaa akka ta’e Ministirri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannoo…

Continue ReadingDaballii Miindaa hojjettoota Mootummaa wajjin wal qabatee hojiiwwan seeraan alaa raawwataman irratti to’annoon ni taasifama- Kaasaahun Gofee(Dr.)

Hawaasni yeroo ayyaana Ukee kabaju balaan ibiddaa akka hin uumamne of eeggannoo barbaachisu ergaan darbe

AMN PLUS- Hagayya 12/2017 Hawaasni yeroo Ayyaana Ukee kabaju tasa balaan ibiddaa akka hin uumamne of eeggannoo barbaachisaa akka taasisuu qabu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaafi Ibiddaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksise…

Continue ReadingHawaasni yeroo ayyaana Ukee kabaju balaan ibiddaa akka hin uumamne of eeggannoo barbaachisu ergaan darbe

Daa’ima kichuu ugguruun shakkamtoonni birrii miiliyoona lama gaafatan to’ataman

‎AMNPLUS- Hagayya 07/2017 Magaalaa Finfinneetti shakkamtoonni 4 daa'ima kichuu waggaa tokkoofi ji'a saddeetii ugguruun birrii miiliyoona lama gaafatan to'atamuu Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Finfinnee beeksise. Yakki kun Adoolessa 30/2017 halkan naannoo…

Continue ReadingDaa’ima kichuu ugguruun shakkamtoonni birrii miiliyoona lama gaafatan to’ataman